ONM TUBE

ONM TUBE welcome hordoftota page kenya like share subscribe please https://youtube.com/

Artist Caaltuu Butooo “ Bulisummaan yoo wol Gabrooffachuuf taate, yeroo 1000 Diinaan Gabroomuu naaf Wayya.” Jette. Artis...
07/01/2026

Artist Caaltuu Butooo “ Bulisummaan yoo wol Gabrooffachuuf taate, yeroo 1000 Diinaan Gabroomuu naaf Wayya.” Jette.

Artist Caaltuu Butooo, artist Jabduu dhugaa dubbachuun beekkamtuu keessa tokko.

Marree dubbii ijoo Guyyaa Hardhaa Toora FB isii Gubbaa akkana jette, Bulisummaan yoo wol Gabrooffachuuf teete, yeroo 1000 Diinaan Gabroomuu naaf woyya, akkatti falmadhu Beeka.” Jettee Suuraa Qananii Addunyaa Waliin post goote.

Dubbiin Artist tanaa Waa’ee Qananii wal Haa qabatuu malee Waa’ee Mootummaan Badhaadhinnaa, Waa’ee dhugaa Oromiyaa keessaa, waa’ee Oromoon Oromoo garboomsuu akeekuudha. Oromoon oromoo garboofataa jira.

Oromiyaa keessatti namni aangoo qabu nama Ganda tokkooti. Fakkeennaaf: Ijoolleen Gujii fi Booranaa bosona keessaa waggaa 30 ol Oromoo fi Oromiyaaf qabsoofte; nagaan galaa jennaan galte, aangoo Oromiyaa osoo hin argatin, Shimallis Abdiisaa ijoollee ganda isaa bosona Keessaa waggaa 5 gadi turte shuumee Oromiyaa irraa aangoo qabu. Hubadhaa, WBO bosona galaniif aangoon haa kennamuu jedhaa hin jirru. Garuu, eegaa aangoo kennanii, maaliif namoota ganda Shimallis Abdiisaa qofaa kennu? Kuna Gaariidhaa ? Gochi Kun wol Gabrooffachuu Artist Caaltuu Butoo dubbatte woliin woli simata.

Aangoon madaallawaan Oromiyaa keessaa hin jiru. Goollicha Dheengee Boneyyaa Oromiyaa fi Oromoof jedhee waggaa 30 bosona keessatti dabarse. Amma garuu rakkataa jira. nagaan gali jennaan galee Beelawaa jira. Worri Ganda Shimallis Abdiisaa immoo Oromiyaa irraa aangoo qabu. Quufanii Burraaqaa jiru. Hubadha, Aangoon eega kennaniif maaliif nama Ganda ofii qofa kennu?

Inni Biraan Shimallis Abdiisaa, Ijoollee Gujii albuuda daldaltu hojii dhoorkee Ijoollee Ganda isaa qofaa Woraqaa eeyyamaa kennee Albuuda Gujii Saamsisaa jira. Kunille gocha wol Gabrooffachuu Artist Caaltuu Butoo dubbatte woliin wol-simata. Kanaaf akkamu artist Jabduun tun jette yeroo 1000 Diinaan Gabroomuu nuuf Wayya adoo Jennee sobaa ta’aa ? Hattuu Worraarra hattuu ormaa hin Woyyuu?

Nuuti Dubbii Xiqqaa kaasne malee Gochii Oromoon Oromoo Gabroomsaa jiru hedduu. Itti dabalaa.

Jirra24/7 Goomaraa Godu’uu!

Gaafii fi Deebii Ajaaja WBO Zoonii Kibba Baha Jaal Saba'iif Galgoo Har'a Galgala Amma Nu Gahe September 9,2024 https://y...
09/09/2024

Gaafii fi Deebii Ajaaja WBO Zoonii Kibba Baha Jaal Saba'iif Galgoo Har'a Galgala Amma Nu Gahe September 9,2024 https://youtu.be/OkV7qCp9V9Q?si=kMHO-58CZuoAaLK6

Gaafii fi Deebii Ajaaja WBO Zoonii Kibba Baha Jaal Saba'iif Galgoo Har'a Galgala Amma Nu Gahe September 9,2024 ...

ODUU Hatattamaa Afaan Oromo Amma Nu Gahe September 9,2024 Murnoonni bilxiginnaa fi Faannoo Amaaraa Waliin WBO Balleesina...
09/09/2024

ODUU Hatattamaa Afaan Oromo Amma Nu Gahe September 9,2024
Murnoonni bilxiginnaa fi Faannoo Amaaraa Waliin WBO Balleesinaa https://youtu.be/xa9xEqlmERg?si=EOYgyYrReVlhJyMg

ODUU Afaan Oromo Amma Nu Gahe September 9,2024 Murnoonni bilxiginnaa Faannoo Waliin WBO Balleesinaa ...

https://youtu.be/L9yk_rPpCg4?si=eu_DPDL2VOADTX0nODUU Guyyaa Har'aa Amma Nu Gahe September 9,2024 General Baacaan Wbon Lo...
09/09/2024

https://youtu.be/L9yk_rPpCg4?si=eu_DPDL2VOADTX0nODUU Guyyaa Har'aa Amma Nu Gahe September 9,2024 General Baacaan Wbon Loluf Ethiopia Fi Kenya Oppireeshiniif Qophiiti Jiru jedhan

ODUU Guyyaa Har'aa Amma Nu Gahe September 9,2024 General Baacaan Wbon Loluf Ethiopia Fi Kenya Oppireeshiniif Qophiiti Jiru jedhan ...

ODUU Hatattamaa Guyyaa Har'aa Amma Nu Gahe September 7,2024Birhaanuu Juulaa fi Jaal Marroon Waraana gama finfinneetti fi...
07/09/2024

ODUU Hatattamaa Guyyaa Har'aa Amma Nu Gahe September 7,2024
Birhaanuu Juulaa fi Jaal Marroon Waraana gama finfinneetti fiduu https://youtu.be/iqBBIAVFzMs?si=GhMMfQCb8-O0VUdY

ODUU Hatattamaa Har'aa Amma Nu Gahe September 7,2024 Jaal Marroon Waraana gama finfinneetti fiduu ...

Hasawa adee Samiha Osman Amma Nu Gahe September 6,2024  Waraani WBO Hojiitti Seenamee jira kan ajeja cabse https://youtu...
06/09/2024

Hasawa adee Samiha Osman Amma Nu Gahe September 6,2024
Waraani WBO Hojiitti Seenamee jira kan ajeja cabse https://youtu.be/PSejWwVFePc?si=0zahV0APjUWVeC-B

Hasawa adee Samiha Osman Amma Nu Gahe September 6,2024Jawar fi Jaal marroon komii fi yaada ...

Ajajni olaanaan Waraana Bilisummaa Oromoo Qondaalaota Adda Bilisummaa Oromoo mana hidhaatii bahaniin baga baatan jechuun...
06/09/2024

Ajajni olaanaan Waraana Bilisummaa Oromoo Qondaalaota Adda Bilisummaa Oromoo mana hidhaatii bahaniin baga baatan jechuun, kun bu'aa qabsoo kallattii fi al-kallattiin taasifamaa tureeti jedhe.

Ajajani olaanaa ABO-WBO ibsa har'a baaseen murtoon siyaasaa Biltsiginnaan fudhatame kun akkamitti akka hubatamuu qabuufi sababoota ijoo Biltsiginnaa dirqan jechuun qabxiilee 5 tarreessee jira.

1. Murtoon siyaasaa kun "hoggana ABO hidhaa irraa baase" jechuun dogoggora. Hoogganni siyaasaa kun funyoon hidhaa dheerefameef malee ammayyuu to´annaa Biltsiginnaa jala jiru jedhe.

Deebi`anii hidhamuu dandahu; nageenya isaaniif wabiin hin jiru. Hogganoonni KFO waggaa lama dura bahan biyya jiraachuu hin dandeenye kan jedhe ABO-WBOn, obbo Battee Urgeessaa mana hidhaarraa si baafne erga jedhanii booda rasaasaan reebanii ajjeesan jechuun ibse.

2. Hoogganni siyaasaa kun yakka tokko malee ejjaannoo siyaasaa qabataniin qofa hidhaman. Kumaatamoota ammallee kan hidhaa jiran dabalatee, yaakka isaan irratti raawwatameef Biltsiginnaan gaafatama guutuu fudhata. Seeraanis, seenaanis yeroo isaa eeggatee ni gaafatama jedhe.

3. Ganna afur dura yeroo hoogganni kun hidhaman, ABO fi KFOn, walumaa gala
hawaasni siyaasaa Oromoo karaa nagaa Biltsiginnaa mormu, carraa humna jabaa
ijaaruu qabaachaa ture.

ABOn wajjira tokko qabaatee akka hin soochone taasifamee jira kan jedhe ABO-WBOn, Hoogganni isaa akka manca`u ta`eera. Kanaaf, ammatti hidhuu fi dhiisuun dhiibbaan siyaasaa Biltsiginnaa irraan gahu hin jiru tuffii jedhuun murtoo murtaahe dha jechuun ibsee jira.

4. Waraanni Biltsiginnaa keessaanis ta’e diidan dhipina guddaa keessa seeneera. Kanaaf, Oromootti “hoggana kee sii hiikne, nu walliiin dhaabbadhu” ergaa jedhu dabarsuun, dargageessaa Oromoo irbaata qawwee gochuuf murtoo murtaahe dha.

5. Dhuma irratti kan jedhe Ajajni olaanaan ABO-WBO, sababa kanaan namoonni Biltsiginnaa galateeffachuu isin kajeelchisu

Hasawa adee Samiha Osman Amma Nu Gahe September 6,2024Jawar fi Jaal marroon komii fi yaada
06/09/2024

Hasawa adee Samiha Osman Amma Nu Gahe September 6,2024
Jawar fi Jaal marroon komii fi yaada

Hasawa adee Samiha Osman Amma Nu Gahe September 6,2024Jawar fi Jaal marroon komii fi yaada ...

ODUU Hatattamaa Guyyaa Har'aa Amma Nu Gahe September 5,2024 injifaanno WBO Godina Kaaba Shaggar
05/09/2024

ODUU Hatattamaa Guyyaa Har'aa Amma Nu Gahe September 5,2024 injifaanno WBO Godina Kaaba Shaggar

ODUU Hatattamaa Guyyaa Har'aa Amma Nu Gahe September 5,2024 injifaanno WBO Godina Kaaba Shaggar ...

Address

Sanaa
967

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ONM TUBE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share