Han Entertainment

Han Entertainment Kaayyoon kiyya sirboota afaan oromoo harawaa fi kan duraani barreeffamaan edit isiniif godhe gurra keessaniin gahuu fi isin bashannansiisuudha!

kana malees wantoota nama bashannansiisan tapha, baacoo, seenaa, fi kanneen kana fakkaatan isiniif dhiheessa.

Sirbaa Hammayya Artiistii Liiyyuu Geezuu Guuyyaa tookoon duraa hojjatee kaaraa websaayitii Tuubii Minew shaawaa isiin bi...
01/13/2020

Sirbaa Hammayya Artiistii Liiyyuu Geezuu Guuyyaa tookoon duraa hojjatee kaaraa websaayitii Tuubii Minew shaawaa isiin biiraan geetee orgiinalii link sirbii irraatii feeyamee tuuyuub minew shawaa irraa kan jiruu qoofaa akkaa tayee dinqiisifatootaaf jalatamatoo Artii oromoo quqaama qabdaniif isiinfi ibsuun barbada .sirbii kun namootata tokko tokkoo seeraan alaa yuutuubii irraatii feeyama wan jiruuf kanpaanii youtubef gabsa gonee deebii eggacha wan jiruu ...youtube seeraa qaabeesaa sirbichii irrattii feeyyamee kan mineew shawa tubii qoofaa akka tayee beekataanii sheriif link sabskirabii tolchuun Artif Artistootaa keenaa ciinaa hadhabanuu BORATII MULTI MEDIA

Ethiopian Music : Liyu Gezu (Adiyo) ልዩ ገዙ (አዲዮ) - New Ethiopian Music 2020(Official Video) Ethiopian Music: Check Out Ethiopian New Musics, Comedy and More E...

Sirbi   (Lomola)   jedhu kan hawwiidhaan eeggamaa ture amma gad lakkifameera gamanumaan nutis akka seentani ilaaltan isi...
01/11/2020

Sirbi (Lomola) jedhu kan hawwiidhaan eeggamaa ture amma gad lakkifameera gamanumaan nutis akka seentani ilaaltan isin affeerreerra like share comment gochuu hin irraanfatinaa
Galatooma🙏👇

Ethiopian Music : Liyu Gezu (Adiyo) ልዩ ገዙ (አዲዮ) - New Ethiopian Music 2020(Official Video) Ethiopian Music: Check Out Ethiopian New Musics, Comedy and More E...

BMM BORATI MULTI MEDIA Gadaa Music On OBN Finfinnee Fm 92.3"BMM BORATI MULTI MEDIA"Present  BY Hanentertainment.. Jimaat...
12/27/2019

BMM BORATI MULTI MEDIA Gadaa Music On OBN Finfinnee Fm 92.3"BMM BORATI MULTI MEDIA"Present BY Hanentertainment.. Jimaata Ganama sa'aatii 4-5 Fm finfinnee Radiiyooni OBN irrattii tamsasa kaallattiin dhageeffachuun kan dandeettan yeroo tayuu
miidiiyaa Hawasuumaa irratti interteeyimentii (Hanentrainment) official Tube Kenaarratti kan darbu yeegguu tayuu saa"aatii kanarraattii kallaattiin miidiiyaa hawasuummaa fb like page keennarattii Audio sagaaleen akka dhaggeeffatuu dandeettan isin Affeerra.. like share!!!! gochuun kaallattiin isiin biraa akka geennuuf salphumatti waan nuu gargaaruuf osoo hin hirranfatiin !!!!!!! Dhamsa Han interteeyimentiiti
"BMM miidiiyaa waliin tanee artii keenyaa haa guddiifnuu produced by Djkush Entertainment*Black Oropnather Studio* studio keenyaa damee lammaaffa Amerikaa Dallas Teeksas argumu waliin bilbilaa keessaaniin salphumatii midiiyaa Hawaasumaaa irraa nuu dhagahuun akka dandeessaan studio keenyaa achittii argaamuurra social media yeroo ammaa jiru irraattii isin bira geessuun studio Hammaayyaa nuu faana hoojjetuu dha...yeroo Garii BORAATII MULTI MEDIA...

"BMM BORATI MULTI MEDIA"Present BY Hanentertainment.. Jimaata Ganama sa'aatii 4-5 Fm finfinnee Radiiyooni OBN irrattii tamsasa kaallattiin dhageeffachuun kan...

12/24/2019

የድምፃዊት #ልዩ ገዙ (LG) # አዲስ ሥራ ዳይሬክተር እና ፕሮዲዩሰር ነብዩ (ዲጄ ኩሽ) በልዩ ሁኔታ ሠርቶታል። የሙዚቃው መጠሪያ "አዲዮ" ይሠኛል። በጣም ቆንጆ ኦሮምኛ ሥራ ነው በቅርብ ቀን በምነው ሸዋ ቲዩብ ያገኙታል።

Sirba haaraa Abbush zelleqe (Ija kee) jedhu yedeloo fi walaloo isaa wajjiin kunoo ittiin bohaaraa channel keenna subscri...
12/21/2019

Sirba haaraa Abbush zelleqe (Ija kee) jedhu yedeloo fi walaloo isaa wajjiin kunoo ittiin bohaaraa channel keenna subscribe gochuus hin irraanfatinaa😉
Waliin taanee Aartii uummata oromoo haa guddifnu galatoomaa. 🙏

Please don't forget to subscribe our channel for more video lyrics

Lafaaf lafee
12/04/2019

Lafaaf lafee

Galaanaa Gaaromsaa sirba haarawaChannel keenna subscribe gochuu hin dagatinaa😉✌
12/02/2019

Galaanaa Gaaromsaa sirba haarawa
Channel keenna subscribe gochuu hin dagatinaa😉✌

Sirba haarawaa Galaanaa Gaaromsaa kan baay'ee namatti toluu fi miidhagina sagaleetiin kan hawwatame.

Address

Carrollton, TX
75010

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Han Entertainment posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Han Entertainment:

Share