15/10/2020
JIRTU JIRTU YAA IJJOLE OROMO
Esa bade arra
Ya hacce gotakoo
Barbaden sidhabe
Enyu kan sinuates
Namamo binensaa
Nangalle hacce koo
Yaa gota sabasaa
Aralle gumaan saa
Hin hafuu Yaa saba
Hanga fadhee ta'us
Hanga fadhee turus
Nii baha gumansaa
Abshir yaa hacce ko
Ya gota barkumee
Ya gota oromoo
Qabson ati jarte
Qabson ati dhabe
Hin kuftu yomilee
Page kenya kana like share godhun nugargara gara you tubatins ORO VINE SUBSCRIBE LIKE SHARE GODHUN KOMANTIN AKKA NUU JAJABEYSITAN HAWWI GUDAA ISINIRA QABNA HAYYE HORDOF TOTA PAGE KENYA HANGA YADA BIRATIN WALITII DEBINUU NAGAYATI NUEGAA👈👇💖💖💖💖