Abdanasir Korsa

Abdanasir Korsa Kaayyoon keenya uummataa keena ijaaruu fi Tokkummaa biyya Eeguu irrati xiyyeeffa wan ta'ef hun keessanu afferaamtani jiru

The main purpose of the establishment of this media is to be sound to soundless Oromo, nations and nationalities, for those who are abused by the dictatorial government of Ethiopia.

15/04/2026

Baga Geessan Ebla 15 2026

27/03/2026

Filannoon keenya kaayyoon ABOdha

Firaa Oromoo-nama keennaa guddaaGadaammojjii fi qorataan Sirna Gadaa, Miseensii Gadaa Jaldeessa Liiban, Hayyuuf Qorataan...
04/02/2026

Firaa Oromoo-nama keennaa guddaa

Gadaammojjii fi qorataan Sirna Gadaa, Miseensii Gadaa Jaldeessa Liiban, Hayyuuf Qorataan Aadaa Professor Asamerom Lageessee Ancufa liqimsee jedhan.

Baraataa fi qorataan Yuunivarsitii Harvard, namni sabaan Ertriyaa, ka lamummaan faranjii, ka namummaan immoo Oromoo kun waggaa 50 oliif baadiyaa Boraanaa jechuun liiban fi Dirree (Itoophiyaa irraa) Saakuu fi Waasoo -Keeniyaa jidduu deemuun maqaa "Gadaa" jedhu ka amma kaashilabbeef Lubbuu balleessituun itti dhaadattu kana addunyaan wal barsiise.

Guddinna jaarsa kana Kitaaba inni qoree argee hubadhe. Baaluu Girmaa Oromaayiiti ansee , yeeroo jalqabaaf kitaaba nama kana OROMO DEMOCRACY: An Indigenous African Political System dubbise . qaaman immoo guyyaa lama qofa wal argine🥺 . Tokko gaafa inni bara 2018 keessa Yuunivarsitii Finfinneetti argamuun Lammaa Magaarsaa Waaqoo irraa Doktoreetii kabajaa -honorary doctorate (honoris causa) fudhatu

Lammeessoo Yuunivarsitii Jimmaa Hojiif deemee achitti Intala Oromoo ta warra Wallaggaa Bonnie K. Holcomb(Qabalee ) waliin Interview tolche( tunilleen Nama adii, keessii immoo Oromoo) . Duuba Galata Jaarsa kanaa silaa namni deebisuu jirachuu male. immoo hin jiru. maaliif? dhaloonni kun babbadichaa sadaarkaa nama adoo hin taanee akka bineensatti du,aa nyaachaa jiraatu waan taateef .

Nama Aadaa, Abbaa Gadaa ykn Professor . beennu duuba nagaa boqodhu yaayyuu si eebbifne .

……………………………………,,………….,,,,,,,,,,,,,,…………….’😭

Asmerom Legesse the Eritrean-born Harvard scholar who illuminated the world with the wisdom of the Gadaa system, the timeless Oromo philosophy of governance and social order, has left an indelible legacy. A devoted member of Ya’aa Jaldeessaa (Jaldesa Liben), he was a true son, researcher, and elder (jarsa) of our people or the Borana. Rising from the soil of Asmara, he stood as a towering intellectual presence in Oromia and beyond.

A genuine son of the Oromo people, a giant of thought and spirit, majestic and enduring, like Mount Kilimanjaro of Tanzania , his memory remains unforgettable. The boss ✌️🖐️

Rest in power, sir.
Thank you for your lifelong service to knowledge, dignity, and humanity.

Ulfaadhu 🙏

30/01/2026

Sababa koloneessaan saba tokko lamatti qoodeef, Oromoo cinaachi tokko Keeniyaa, cinaachi guddaan ammoo Itoophiyaa keessatti qoodame. Kan Itoophiyaa jiru lafaan bal'aa, lakkoofsaan guddaa, qubsumaan walitti ejjaa waan ta'eef xiinsammuu sabummaa jabaan sabboonummaa finiinse. Kan Keeniyaa keessaa koloneessaan sun oggaa bulche akka sabaatti osoo hin taane akka gosaatti waan beekeef Oromoo tokko Booran, Sakuuyyee, Reendiillee, Gabira, Orma, Garrii, Waataa . . . jedhee adda addaatti galmeesse.

Kolonii booda ammoo bulchiinsi Keeniyaa keessatti gadi dhaabbate Oromoo akka saba tokkootti hin beekne. Kanaaf akkuma gosa gosaatti beekee galmeesse. Sababa kanaaf, Oromoon Keeniyaa keessa jiraatu, qubsumaan Moyaalee ka'ee garaacha Keeniyaarra qaxxaamuree Maanyaa Hindii (Indian Ocean) tti fulla'u kun akka sabaatti hin gurmoofne.

Akka sabaatti gurmaa'uu dhabuun isaa ammoo akka sabaatti beekamee dhiibbaa siyaasaa dinagdee, hawaasummaa fi tarsiimoo akka hin fidne isa danqe. Timjìi koloneessaan Oromoo gidduutti diriirsee saba tokko lamatti qoodee alaabaa lama jala hiriirse buqqaafamu qaba.

19/01/2026

Congratulations Senegal 🇸🇳🥰🥰🥰🥰

09/11/2025

Yaadannoon FDG Waggaa 20ffaa Sadaasa 9, Ummata Oromoo Addunyaa irra jiraniin, addatti immoo qabsaahota qabsoo Sabaatti jiraniin yaadatamee ni oola.

Baga jala Bultii FDG waggaa 20ffaa geessan!

19/10/2025

Oromia

28/07/2025

Koorommii Matakkal 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

20/06/2025

Qananiissaa oromiyaa

Photos of a EU**CH SLAVE, the Arab Slave Trade‘The Arab slave trade typically dealt in the sale of castrated male slaves...
31/05/2025

Photos of a EU**CH SLAVE, the Arab Slave Trade

‘The Arab slave trade typically dealt in the sale of castrated male slaves. Black boys between the age of 8 and 12 had their scrotums and pen*ses completely amputated to prevent them from reproducing. About six of every 10 boys bled to death during the procedure, according to some sources, but the high price brought by eu**chs on the market made the practice profitable.

Some men were castrated to be eu**chs in domestic service, and the practice of neutering male slaves was not limited to only Black males. “The calipha in Baghdad at the beginning of the 10th Century had 7,000 black eu**chs and 4,000 white eu**chs in his palace,” writes author Ronald Segal in his 2002 book “Islam’s Black Slaves: The Other Black Diaspora.”’

Text culled from “10 Facts About The Arab Enslavement Of Black People Not Taught In Schools” authored by A. Moore, published on Atlanta Black Star on 2 June 2014. Updated on 8 February 2019. Accessed on 19 May 2025.

**chs **ch

Adress

Nackstavägen 24 B
Sundsvall
85352

Aviseringar

Var den första att veta och låt oss skicka ett mail när Abdanasir Korsa postar nyheter och kampanjer. Din e-postadress kommer inte att användas för något annat ändamål, och du kan när som helst avbryta prenumerationen.

Kontakta Affären

Skicka ett meddelande till Abdanasir Korsa:

Dela