Galmoo

Galmoo Kontaktinformation, kartor och vägbeskrivningar, kontaktformulär, öppettider, tjänster, betyg, foton, videor och meddelanden från Galmoo, Stockholm.

Jiraataa dachii tanaa, kan mirga hanga tokko ifii dirqama hanga tokko qabu, namummaaf kan quuqamu, gidiraa fii cunqursaa kan jibbu, fuuldura gaarii mataa ufiitif tahe lammii dachii tanaatifis kan hawwu, ilma namaa tokko! 🎊

Welcome everyone! 🙌😄

Gaafii 2ffaa herrega minstry bara dabree. Hoggaan yeroo aegadhe itti ida'aatin deema. Joollee teenya gargaarumaaf.
09/04/2026

Gaafii 2ffaa herrega minstry bara dabree. Hoggaan yeroo aegadhe itti ida'aatin deema. Joollee teenya gargaarumaaf.

MIDDLE LEVEL SCHOOLl 8th GRADE LEAVING CERTIFICATE MATHEMATICS EXAMINATION SENE 2017/jUNE 2025

Tarsiimoo ykn strategy qormaata irratti si gargaaruu maltu!Herrega kutaa 8 qormaata biyyooleysaa.Welcome to Fuuldura Oro...
05/04/2026

Tarsiimoo ykn strategy qormaata irratti si gargaaruu maltu!
Herrega kutaa 8 qormaata biyyooleysaa.

Welcome to Fuuldura Oromiyaa 🌳

MIDDLE LEVEL SCHOOLl 8th GRADE LEAVING CERTIFICATE MATHEMATICS EXAMINATION SENE 2017/jUNE 2025

05/04/2026

US pilot from downed F-15 plane rescued in Iran: What we know

04/03/2026

Toomaa 🇮🇷 roobaa bule...Halkan edaa isroon akkasitti simataa bulte!
Akkam yaadanii akka lola kana eegalan ufiifuu waan hubatan hin fakkaatu.

03/03/2026

Video hoggaa Amerikanotni biyya Emirates gad dhiisee bahu garsiisu.

15/01/2026
06/01/2026

Scholarships in Sweden (Lists of links in the video description on youtube)

03/01/2026

Amerikan ganama kana hoggana Venezuela qabdee jirti.
Tuni maal if keysaa qabdi?
◇ Amma gaaza hoggaa Venezuela irraa argattu magaalaan gaaza Canada 🇨🇦 ni qaqallatti. Canadan qabeenyi gaazni isii kan Venezuela wajjin wal gita. Tana jachuun lammiin Canada 🇨🇦 hedduun hojdhablee tahan. Akkasuma biyti biraa tan gaaza Alarraa Amerika neyxuus.

◇ Waan biyya ifiin dhaabatte seenani hoggansa qabaniif biyyoonni hedduun biraa heera addunyaatif ykn International law Ameerikan kabajuu dhabuuf Ameerikarraa amantii dhabuu ifii komii itti dhagahamaa jira.
Biyyoonni xixiqqoon humna hin qabne biyyoonni humna qabdu tan akka Russia 🇷🇺 waan Ameerikan goote kana isaan mudatuu waan sodaatanif keysatti Amerikatti aara jiran.

◇ Waan biyyoonni humna qaban seenani waan fedhan fudhatuu calaqqisuuf jecha sodaan jirtu bmhoggansi biyyoota hedduu qabeenya ummata isaa irraa mulqee kampaniilee Ameerikaatif haqa malee dabarsee kannuu ykn mormii ifii waldhabbii ummata ifii mootummaa biyyoota hedduu jiddutti qabsiisuu akkasuma nageenya keysoo biyyoota hedduu booreysuu mala.

====== ====== ====== ============ =====

01/01/2026

Scholarship banaa jiru kan galfachuu dandeysu bara kanaaf. Yoo milkowte fuuldura kee jijjiiruu dandaha. Linkiilee as keysatti garsiise Youtube kiyya jalaa suduudan argatuu dandeysan!

Carraa gaarii!
Bara gammachuu milkii hundaaf haa tahu!

31/12/2025

Namoota biyyoota Europe deemtanii barachuu hawwii qabdaniif bikka itti apply gootan video boru nin maxxansa.

Linkillee youtube kiyya jalaa argattan.

Happiest new year to you all! ✨
Bara gammachuu milkiin guutame isin hundaaf haa tahu! 🌃🌇🌠🌌🎆🎇🎊✨️🎉️

Adress

Stockholm

Telefon

+251994031386

Webbplats

Aviseringar

Var den första att veta och låt oss skicka ett mail när Galmoo postar nyheter och kampanjer. Din e-postadress kommer inte att användas för något annat ändamål, och du kan när som helst avbryta prenumerationen.

Kontakta Affären

Skicka ett meddelande till Galmoo:

Dela