30/05/2026
Wayee suuraa kana namoonni baay'een waa bay'ee barreessuu
Waan sii ajaa'ibu tokko moo beekitoonnii hedduun lelisaani injifannoo addatiifi waan addaa fakkeessani yoo barreessan arga
Garuu lelisumafi faruun Amalaa nuti ta'e malee maltu mal ta'e hubannoo dhabuu mulisaa
Ethiopia qofaa osoo hin tane raisaa beeza ykn itti gafatama hujajaa biyya kamitu yeroo jalqabatif ilmi mooti wamee mari'achisuun ykn sirna Aferaa Asha tasisee asha san irratti biyyoonni hedduun raisaa beezan argamni amiraa Muhammad bin salmanilen wal argan kanuma wanii adda hin jiru lakkiin yoo waa hedduu barreessine sababaa wayile irraa dubanee warri jilbifatee farsuu kuni waan hin amaneef ykn fudhatama nu harkatii jibbuuf yaada keena kana waan fudhatama dhoruuf cal'isuu filanee waa farsuu duraa,lelisuu duraa maltu mal ta'e jedha ummata homaa arge hafarsu rabbii nu godhiin teessani domta
ni dhaloota hin domsinaa!!