03/07/2026
🎶 TIYYA MAKKOON AMMA BAHEERA! 🎶
Kabajamtoota hordoftoota koo,
Sirbi koo haaraan “Tiyya Makkoon” amma ifatti bahee jira. Sirbi kun aadaa, duudhaa fi eenyummaa Oromoo Sikkoo fi Mandoo irraa kan madde dha.
“Ashoo Ashilaa” fi “Sik-ki-saa” jechuun sagalee sirna gammachuu fi wal kabajuu keessaa tokko. Kanaaf sirbicha dhaggeeffadhaa, share godhaa, akkasumas challenge fi react video keessan nuuf qoodaa.
🎥 Challenge keessan jalatti maxxansaa.
💃 Sirna aadaa, cidhaa, shubbisaa fi family video keessaniif fayyadamaa.
❤️ Yaada keessan comment keessatti nuuf barreessaa.
🎧 Spotify:
[https://open.spotify.com/album/1xf4St6n7ukcA9ipjViJDl?si=JVZgiBUDRQu1zqz9vAGYcA]
▶️ YouTube:
[https://youtu.be/-qnfpzsn_ws?is=LrAX-mpgIBl1MTV9]
https://youtu.be/-qnfpzsn_ws?is=kPYj8oPj3ZQh1mGG
🎶 TIYYA MAKKOON 🎶“Tiyya Makkoon” sirba jaalalaa fi aadaa Oromoo S...