28/11/2018
Siyaasaan Itoophiyaa yeroo ammaa kana sodaachisaadha. Addatti xiyyeeffannaan oromiyaa irratti godhamu karaa Adda addaatiin kana jedhamuun name dhiba.
Kan oromoo fii oromiyaarraa eegamu garaa garummaa paartiilee fii ilaalcha ofittummaa keessaa baanee Kan sabaa
dursuun furmaata naannoof biyyattii ta,uu
irra darbee biyyattii kufaatirraa dandamachiisuu danda,a
Kanaaf, Saba wayyaba harka jira furmaanni