02/05/2020
Umurii kee ijoollummaa
bosonatti gubdee
baalaf hidda mukaa nyaattee,
dhakaa boraafattee
Aduuf rooba dandamattee
Garuuuuuuuuuu
Garuuuuuuuuu
Yaaa Abbaa kiyya
sin abaaramoo
sin eebbisa
Si eebbisuuf osoo
Kaayyon galma
Hingeenye galte
Si abaaruf anaaf jettee
San hunda dabarsite
Jaarsa simboo qabeessa
Ofkeessattin boo'a
Malli na dhibee😪😪😪