Mube Ahmed comedian

Mube Ahmed comedian Message
Yoyyaa ammas yoyyaa subscribe this YouTube channel https://youtu.be/cJhamozfFbg?si=H9Vd0H8t

Permanently closed.
Diraamaa ajai'baa itti dhiyaadhaa ittiin boharaa
27/11/2024

Diraamaa ajai'baa itti dhiyaadhaa ittiin boharaa

Ayyoo sh*ttayyee
26/01/2023

Ayyoo sh*ttayyee

Adde sh*tayee

05/09/2022

Innaalillaahi wa’innaa ileyhi Raaji’uun
Imaamni maajiida qobboo shek Aliyyuu Hamzaa Rasaasaan Dha’amanii ajjeefaman
Eeeyye duraanuu dubbiin ummata Raayyaa Keessaa namootuma gaggaarii funaanuudhaaf deemu fakkaata
Kaayyoo deemamuiftu kana
Jaarsa miskiina kana Rabbiin ija Rahmataatiin isin hamilkatu

Namoonni maqaa kee qofa beeku,seenaa kee hin beekan. Waan ati taate dhaga'an malee waan atikeessa turte hin beekan.Yaada...
28/11/2021

Namoonni maqaa kee qofa beeku,
seenaa kee hin beekan.
Waan ati taate dhaga'an malee waan ati
keessa turte hin beekan.

Yaada isaanii salphisii laali
Dhuma irratti kan si fayyadu, yaada
isaan siif yaadan miti, kan ati ofiif
yaaddu malee.

Kanaaf waan hojjattu hunda
namoota gammachiisuuf
adoo hin taane, waan jireenya
kee fi siif gaarii ta'e qofa hojadhu.

Bakka jirtanii naaf birmadhaa ayyee du'a oolchaaWaan qabdaniin bira naaf dhabahaaHaati oromoo haadha kooti
18/11/2021

Bakka jirtanii naaf birmadhaa ayyee du'a oolchaa
Waan qabdaniin bira naaf dhabahaa
Haati oromoo haadha kooti

Address

Nairobi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mube Ahmed comedian posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share