BURKA VINE

BURKA VINE Comedian club follow godha Follow like share godha
(1)

22/01/2026

|| ๐Ÿ‘ณโ€โ™‚๏ธโ˜ ๏ธNuuf Kennitee diin islaamaa๐Ÿ’š๐Ÿ™‰ || Rahmata keetin Badhaasa galanni kee xumuraamu rabbii kiyya si na baasa Sagalee suukannii namaan baafti wly maasha Allah bro rabbiin gubbaan siif haa dabalu ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ video .

Ane tube
Zemeno Aliyi Ousman
Jemal Aliy Abdula
Kedir Mertu

๐Ÿค๐Ÿ’ฏ Jaalalti Moo'attuudha Joollee Biyyaa Koo waliin Yeroo bareedaa dabarsine  Umrii Naaf Dheeradhaa Qaaliiwwan ๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ช๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿฅฐ.
01/01/2026

๐Ÿค๐Ÿ’ฏ Jaalalti Moo'attuudha Joollee Biyyaa Koo waliin Yeroo bareedaa dabarsine Umrii Naaf Dheeradhaa Qaaliiwwan ๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ช๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿฅฐ.

28/12/2025

|| Dhugaa jirtu kanuma ||Maqaatu Dogongora qaba mii hayyee ngyn gali saahiboo ๐Ÿคฃ๐Ÿ˜…๐Ÿ˜… muudiin teysan naaf taate Qaaliiwwan hhhh video .

Ane tube
Zemeno Aliyi Ousman Asiledin Mohammed

26/12/2025

ใ€ŠMirqaanni Arraaใ€‹ ||๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ช irraa miilaan ๐Ÿ‡บ๐Ÿ‡ฒ|| Nama geeysu yoon jenne Hin sobne Nu kaasanii kaanee Nu dhaqqabaa Osoo biyya baane ๐Ÿ˜๐Ÿ˜…๐Ÿค

Mabruuk Alfa Mabruuk Saahiba kiyya kadir Awwal  baga Rabbiin si jaare hbb cidha gaarii๐ŸฅฐTa Teeysu Ta TurtuTa Ta waartuTan...
03/11/2025

Mabruuk Alfa Mabruuk Saahiba kiyya kadir Awwal baga Rabbiin si jaare hbb cidha gaarii๐Ÿฅฐ

Ta Teeysu
Ta Turtu
Ta Ta waartu
Tan wajjiin guddattan, wajjiin jijjiiramtan isiniif ha godhu , baga rabbiin jireenya lammaffaatti si fide ka atilleen garaa jabaatteetuma nu dhiistee deemte ka bro๐Ÿ™„

17/10/2025

Keeyrii Guyyaan Kun Qabu Warra guutumatti milkaa'e nuhaa taasisu imaanaan warra qalbiin gabbatte nuhaa godhu Duwaa'ii Arra kadhanneefi tan Namni nuu kadhatelle Tan Ammaatiifi ta dabartellee nutti haa qeebalu jzk ......

Allaahu Akbar  Ammas ๐Ÿ˜Oduu gammachiisaa โœ”๏ธUstaaz Abuu Bakar Ahmad deeggarsa kuma dhibba tokko (100,000 birr) konkolaataa...
19/08/2025

Allaahu Akbar Ammas ๐Ÿ˜Oduu gammachiisaa โœ”๏ธ
Ustaaz Abuu Bakar Ahmad deeggarsa kuma dhibba tokko (100,000 birr) konkolaataa Ustaaz Xaalibu Ridallaah bitamaa jiruuf gumaachaniiru. Galatoomi jiraadhu jennaan ๐Ÿ‘Œ
Namni ummataaf laffaโ€™u tajaajila argachu qaba itti fufaa .๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟduu gammachiisaa โœ”๏ธ
Ustaaz Abuu Bakar Ahmad deeggarsa kuma dhibba tokko (100,000 birr) konkolaataa Ustaaz Xaalibu Ridallaah bitamaa jiruuf gumaachaniiru. Galatoomi jiraadhu jennaan ๐Ÿ‘Œ
Namni ummataaf laffaโ€™u tajaajila argachu qaba itti fufaa .๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ

Kedir Mertu
Raayyaa Abbaamacca Asiledin Mohammed Ane tube

08/08/2025

|| ๐Ÿคฃ๐Ÿ™†๐Ÿพโ€โ™‚๏ธ๐Ÿ‘Harma Akka Alaabaa ๐Ÿ˜jepan๐Ÿ‡ฏ๐Ÿ‡ต|| kana nurraa qad qabi Ayiiiii Zemeno hedduu na kofalchiifte wly ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜ Kedir Mertu Asiledin Mohammed Bilal MA

31/07/2025

||๐Ÿ™‹โ€โ™‚๏ธ๐Ÿ‘‚Seenaa rirmi hin Nyaatu Ja'e haceen||๐Ÿ’ฌ keenya Kedir Mertu Abbaan fedhe gatii kee gad buusuf yaalus Seenan sin Irraan fatu galata guddaa qabda Ummata Oromoo bira hedduu si kabajna Ulfaadhu ๐Ÿค๐Ÿ’ช.

Zemeno Aliyi Ousman Bilal MA Asiledin Mohammed

29/07/2025

||๐Ÿ™†๐Ÿพโ€โ™‚๏ธ๐Ÿ˜Baga Nu Taphatte๐Ÿ˜‚|| Dhiira tiyya Prank Taatanii Jirtanii Usaa Afaan keysan bana wly Siin Ajaa'ibsiifadhe Kedir Dalagaa Namoota hedduuf baafte galatoomi ๐Ÿ˜‚๐Ÿค.

Zemeno Aliyi Ousman Asiledin Mohammed Bilal MA

Jummaa milkii isiniif Haa Ta'u  fataa ja'aa ๐Ÿค๐Ÿฅฐ๐Ÿ˜ Mayraa Mahamed
11/07/2025

Jummaa milkii isiniif Haa Ta'u fataa ja'aa ๐Ÿค๐Ÿฅฐ๐Ÿ˜ Mayraa Mahamed

Address

Nairobi
19162332

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when BURKA VINE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to BURKA VINE:

Share

Category