Qeerroo Qarree Oromo

Qeerroo Qarree Oromo qeerrooqaarree pages and you YouTube and TikTok and insgram https://youtube.com/channel/UCfU-YMKlBUHwLAQi2GC0SoQ

10/08/2022

HOW TO PRAY SALATUL JANAZA.

1- ​After the First Takbeer​: Recite Surat Al-Fatiha.

1. Bismillaahir Rahmaanir Raheem
2. Alhamdu lillaahi Rabbil 'aalameen
3. Ar-Rahmaanir-Raheem
4. Maaliki Yawmid-Deen
5. Iyyaaka na'budu wa lyyaaka nasta'een
6. Ihdinas-Siraatal-Mustaqeem
7. Siraatal-lazeena an'amta 'alaihim ghayril- maghdoobi 'alaihim wa lad-daaalleen

2- ​ After the Second Takbeer: Salat Al-Ibrahimiyya to the end.

Allaahumma salli 'alaa Muhammadin wa 'alaa 'aali Muhammadin, kamaa sallayta 'alaa 'Ibraaheema wa 'alaa 'aali 'Ibraaheema, 'innaka Hameedun Majeed. Allaahumma baarik 'alaa Muhammadin wa 'alaa 'aali Muhammadin, kamaa baarakta 'alaa 'Ibraaheema wa 'alaa 'aali 'Ibraaheema, 'innaka Hameedun Majeed​.

3- ​ After the Third Takbeer: Pray for the dead but according to how it was narrated from our beloved Prophet Muhammad (Blessings and Peace be upon him). Yaa Allah! forgive our living and our dead, those who are with us and those who are absent, our young and our old, our menfolk and our womenfolk. Any of your local language/ tribe

Yaa Allah, whomever you give life from among us give him life in Islam, and whomever you take way from us take him away in Faith. Yaa Allah, do not forbid us their reward and do not send us astray after them.

4- Lastly after the 4th Takbeer​: And you should pray for all Muslims.

5- And Finally end the prayer with one Salaam to the right (Just once).

May Allah (Sub-haanahu wata'aala) forgive our shortcomings, and our dead ones. May Allah grant us Jannatul Firdaus. Amen
☝️

+30 Allahu AkbarMaqootii Torbaan AzabaMee Yaa obbooleewwan ko qalbii guutuudhan na hordofa rabbiinnajaa nuhaa baasu.Waa'...
10/08/2022

+30 Allahu Akbar
Maqootii Torbaan Azaba
Mee Yaa obbooleewwan ko qalbii guutuudhan na hordofa rabbiin
najaa nuhaa baasu.
Waa'ee balbala Azaaba/Jahaannam torbanii wal ha yaadachiifnu.

Nullee rabbiin najaa irraa nu haa baasu 7ffaa # HAAWIYAA
jedhama.
Namni balbala kana seenee abadan keessaa hin baafamu.
Laa ilaaha illallah
# Haawiyaan
laga ibiddaa Hababaa jedhamtu of keessa qabdi.
Balballi Azaabaa jahen hafaniyyuu rabbiin laga kana irra akka
isaan baraaruuf rabbii isaanii kadhatu.
Kutaa azaabaa kana keessa tulluu
sa'udaa jedhamtutu jira.
Ishee keessatti diinnaan rabbii harkaa fi miila isaanii fuula isaanii
wajjin walitti hidhamee tulluu kana irraa gara gaditti darbamu.
Waardiyoonni azaaba kana eegan
guyyaa tokko fuulli isaanii ifee hin beeku
Namni hulaa kana seene haala ol aanaa ta'een waan hojii ofii
argatu
6ffaa ASIIR jedhama.
_____________
As keessa gamoo ibiddaa 300 ta'antu jira.
Tokko tokkoon gamoo kanneen keessa manneen 300tu jira.
Tokko tokkoon manneen kana keessa immoo adabbii bifa 300
qabutu jira.
Jawwee fi bofti keessatti argamu.
Balballi adabbii Jubal Hazani jedhamu kan namoonni azaaba
hunda keessatti gadda guddaa keessumeessantu jira.
Yemmuu balballi kun banamtu namoonni azaaba keessa gadda
keessatti kufu.
5ffaa Jahiim jedhamti.
_______________
As keessa qaanqe ibiddaa gurguddootu jira.
Guddinni qaanqe tokkitti addunyaa ammaa kana gaha.
4ffaa Huxamaa jedhama.
________________
Balballi kun lafee
lafeedhan walitti maxxansuudhan beekamti.
Adabbii as keessa jiru onnee namaa keessa kan urtee seentudha.
Namoonni balbala kana seenan
osoo iyyaanii fi kadhatanii imimmaan dhiiga booyu.
Eergasii immoo imimmaan malaa madaa fakkaatu dhangalaasu.
Hanga fedhan iyyanis
kadhatanis guyyaa sana eenyunuu isaanif hin birmatu.
3ffaa Saqar jedhama.
_____________
Saqar waan argatte hunda nyaatti .
Tokkollee hin hambiftu .
Gogaa namaa kasaleessiti.
2ffaa Lazzaa jedhamti.
_________________
Harkaa fi miila nyaachuudhan beekamti .
Namoota towhiidaaf dugda kennanii fi namoota waamicha
ergamaa rabbii 《s.a.w》 fudhachuu didaniif iddoo jireenyaati.
1ffaa Hanam jedhamti.
_________________
Maqaa kana kan argatte namoota azaabaa dhiiraa fi dubartoota
walumatti waan keessatti gubataniifi foon waan irraa nyaattuf.
Balballi kun balbala azaabaa kaawwaniin yemmuu wal bira
qabamee ilaalamu kan adabbiin salphaan keessatti godhamuudha.
Rabbiin balballan azaabaa ykn jahannamaa hunduma irraa bilisa
nuhaa baasu.

Yaa rabbi kaatimaa nu tolchi du'a teenya du'a gammachuu nuuf
godhi
Yaa rabbi cinqii du'aa nuuf laaffisi
Yaa rabbi jecha keenya kan irraa boodaa
nuuf godhi
Yaa rabbi qabiinsa qabriiti fi gaaffii qabrii nuuf laaffisi
Yaa rabbi qabrii teenya caffee jannataa nuuf godhi
Yaa rabbi dirree qiyaamallee dirree
gammachuu nuuf godhi
Yaa rabbi warra gaadisa kee gaaddisa arshii taa'u nu godhi
Yaa rabbi warra kitaaba dalagaa ofii harka mirgaatin fudhatu nu
godhi
Yaa rabbi warra S.A.W dhugu nu godhi
Yaa rabbi warra siraaxirra akka
hangaasuutti gammachuun dabru nu godhi
Yaa rabbi ibidda jahaannam irraa bilisa nu baasi
Yaa rabbi jannata keessatti ollaa Nabiyyii keenyaa .S.A.W nu godhi.
Aamiin allahumma aamin.
Aamiin Allahumma😭

Amiiiiiiiiiiiiin alh Amiiiiiiiiiiiiin
10/08/2022

Amiiiiiiiiiiiiin alh Amiiiiiiiiiiiiin

09/08/2022

Nabiin Rabbii S.A.W hoggaa du'u jaartoolee kannen dhiisee du'e

1- سودة، Sawdaa
2- وعائشة، Aa'ishaa
3- وحفصة، Hafsaa
4- وأم سلمة، Ummu Salamah
5- وزينب بنت جحش، Zeynab bint Jahsh
6- وأم حبيبة، Ummu Habiibaa
7- وجُويرية، Juweyriya
8- وصفيّة، Safiyya
9- وميمونة، Maymuuna

09/08/2022

Jireenya khee kheysatti qormaanni si mudatu hundi kennaa of keeysatti dhoksee siif fidu qaba, irraa fudhachuu fi dhiisuun teeti!

Mee Nabiyyii rahmata keenyarratti salawata haa baasuun. Sallallaahu Aleeyh wasallam Sallallaahu Aleeyh wasallam Sallalla...
09/08/2022

Mee Nabiyyii rahmata keenyarratti salawata haa baasuun.

Sallallaahu Aleeyh wasallam
Sallallaahu Aleeyh wasallam
Sallallaahu Aleeyh wasallam

02/08/2022

Lamma Magarsaa Waaqoo jirtaa?
Warri Shiraan Ummata Ati Jaallattu biraa Si Fageesse Addaan Faggaachaa! Walnyaachaa jiru!

29/07/2022

Namni ergamaa rabbii s,a,w, manaaba keessatti arguu barbaaddu salawaata irratti buusi rabbiin manaabaan sihaa argisiisuu

29/07/2022

Dardara ibaadaa Rabbiirratti guddatu, kan boru gaaddisa Arshii jala taa'u san irraa nu haa godhu Rahmaan! 🤲

29/07/2022

اللهم صاى وسلم على نبينا محمد
nagaafii Rahmanni Ergamaa Rabbii Nabi Muhammadirra hajiraatu

Mana bal'aa salaata keessatti salaattu, Quraana keessatti qaraatu, Akkasuma Jaartii gaarii halkan walakkaa hirriibaa sik...
26/07/2022

Mana bal'aa salaata keessatti salaattu, Quraana keessatti qaraatu, Akkasuma Jaartii gaarii halkan walakkaa hirriibaa sikaaftee salaata halkanii (Leeylii) wajjiin salaattu Rabbi siif haa kennu!

Address

Nairobi West

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo Qarree Oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Qeerroo Qarree Oromo:

Share