Oromia Media 11

Oromia Media 11 Daawwitii Ummataa fi Madda Artii

Freedom 🫡 Tokkon keenya siraa hin hafnuu abshiira
02/09/2026

Freedom 🫡 Tokkon keenya siraa hin hafnuu abshiira

02/09/2026

Namooni gurbaa kanatti bilbila bitaanii akka innii Social Media gubaatii ol bahee xuraawaa waan afaan issa kessaa jiruu akka nutii gad naquu gootan Badii (Dilii) tessan Rabbiin issinin haa gaafattu.

02/09/2026

Namiichi kun sheka osso hin tanee Sheyxaana Robee ti malii namnii akkana 🤮
Atii enyuu wan tateef Ustaza keenya kan lubbuu keenya ol jaalaanu tuquu barbaade araa?
Walhii Rabbiiti si kakaadha osson ijaan si argee anaa fi atii tokkootu lubbuun jiraata☝️ 👉 Ajaawa nama hin fakkane Hantuuta 🐀 milaa lamaa.

01/09/2026

Dhaamsa sabummaa fi Oromumma
Injifaannoon itti fufaa inshaallah Rabbiin nu gargaaraa Oromoo tiyaa jabaadha wan qabdaaniin biraa dhaabadhaa

01/09/2026

Freedom biraa haa dhaabannu jechaa jira
Flebar Mucaa Ajaa'iba hin dandeesa foon haadha koo mataan sin dhukkubbiin 🤴

01/09/2026

Foon Haadha Koo 🫡
Ilmaan Abbaa Gadaa Tokkummaan humnaa akka tahee adduunyaa gutuutti garsiistan Ulfaadhaa galatoomaa 🫡💪🏆.

01/09/2026

Oromoo Bagaan siraa Dhaladhee 💪 🫡

01/09/2026

Dr Asliin Oromo fi Ethiopia gutuuf dhaamsa Oromumma, Sabummaa Biyyumaa irratti hirmaanee Injifachuu akka qabnuu nuf dabarsaani jiruu. Namni hundii Akka hin hafnee adaara issinin janna. 🙏

31/08/2026

Subscribe to get exclusive benefits:
https://www.facebook.com/oromiamedia11/subscribenow

Baba Sheikh Amiin Ibro koflaan nu fixee Walhii🤣🤣🤣 . Namnii Baba keenya jalaatan link asii olii kana tuquun naf godhaa 🙏
Follow, Like, Comment, share

31/08/2026

Freedom win 🏆 Oromo tiyaa game galgalaa kana irratii nu boonsiitan galaata isiinin malaa Ulfaadhaa galatooma Tokkummaan humna amka tahee nu garsiistan Union is the power.

Address

Eastleigh

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Media 11 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Oromia Media 11:

Shortcuts

Share

Category