Najii ahmanur

29/03/2022
Uumata   nanaa alaaba koo gubdani lafattis gattani an immoo akkaa keessan mitii  isiniin ulfeessaa al tokkoon wal faana ...
31/05/2021

Uumata nanaa alaaba koo gubdani lafattis gattani an immoo akkaa keessan mitii isiniin ulfeessaa al tokkoon wal faana muxux isiin godha jette ameerikan

Araarsoo Baaruu jedhama kan dhalatee wallaga lixa magaala Najjoti barata kutaa 7ffatti magaalaa naqamtee mana barumsaa d...
31/05/2021

Araarsoo Baaruu jedhama kan dhalatee wallaga lixa magaala Najjoti barata kutaa 7ffatti magaalaa naqamtee mana barumsaa dhuunfaa Bethel jedhamuu irra barata maatiin isaa akka inni barumsa gahaa argatuuf achiti isaa barsiisuu.garuu mucaa kun ijjoollumaan maati irraa fagaate haa jiratuu iyyuu malee akka ijjoollee warreen biraa bakkee gadi bahee bakkee keessa hin taphatu yeroo boqonna isa waantota adda addaa fuudhee walitti qabee waa irraa uuma.

Egaa maarree mucaan qaxaleen kun doonii/markaba ajaa'ibaa hojjete saba isaa biraan ga'e jira!

Dhugaa dubbachuuf mucaan kun mucaa jabaadha,mucaa kun kana qofaa illee miti konkolaataa siinoo tirakii, iskabaatirii, mootara bishaan lagaa harkisuu fi waantoota gargara hojetee jira waantota naannooti argaman irraa!

Maddi Sami Karrayyu

Naaf kotuu hin jedhiin akkaamitan dhufaa ijaan sii arggiinan gagabetan kufaa👀😌
31/05/2021

Naaf kotuu hin jedhiin akkaamitan dhufaa ijaan sii arggiinan gagabetan kufaa👀😌

Kotaa dawadha guyoon nagasoo huduu dubee dhukee itii kasutii jirraa isiin hin derbiin
21/04/2021

Kotaa dawadha guyoon nagasoo huduu dubee dhukee itii kasutii jirraa isiin hin derbiin

Wari OMN qeqxaan ofi kesaan sireesaDandetiiNamaa fesissa OMN irati aferamuunMalf waliti hinaftuu lataa dandeti qabda tan...
21/04/2021

Wari OMN qeqxaan ofi kesaan sireesa

Dandetii

Namaa fesissa OMN irati aferamuun

Malf waliti hinaftuu lataa dandeti qabda tanana aferamuu dandesaa sanifuu waal qequun hin barbachisuu umata samuun furii warra ofii isatii gandumaa qabutuu wan akana odesaa dhabaa asumatii? =

Gaafan kana argu garaa kootu na gadde dhugaa! Wallaggaa, Gujii, Walloo akkasumas Oromiyaa keessattii bakkeewwan adda add...
20/04/2021

Gaafan kana argu garaa kootu na gadde dhugaa! Wallaggaa, Gujii, Walloo akkasumas Oromiyaa keessattii bakkeewwan adda addaatti kumaatamaan du’aa jirra. Duuti ijoollee keenya garuu dhookfamee gola keessattii boohamaafi. Reeffa keenya awwaalachuu iyyuu dhorkamne jirra.

Suuraan gadii kuni Naannoo Amaaraa magaalaawwan addaa addaatti hiriira mormi mootummaa balaaleeffatu fi “duuti nurraa haa dhaabbatu” jechuun bahame. Dhukaasni tokko hin dhaga’amne, namni tokko hin reebamne, namni tokko hin hidhamne!

 ......إنا لله وإنا اليه راجعون.Duuti Ulamaaii barana walumatti dhaabbatteItti aanaan imaama Masjiida Anwaar    guyyaa h...
20/04/2021

......إنا لله وإنا اليه راجعون.

Duuti Ulamaaii barana walumatti dhaabbatte
Itti aanaan imaama Masjiida Anwaar
guyyaa har'aa balaa konkolaataatiin lubbuun isaanii dabarte. Rabbiin rahmata isaaniif haa godhu!
Subhaanallaah Baayyee natti ulfaate
Masgiid Anwwaar nama tokkicha ummanni keessaahuu dargaggoonni jaalatu dhabe.

Address

Najiiahmanur0122881010@gmail. Com
Marina
4545

Telephone

+201122881019

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Najii ahmanur posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Najii ahmanur:

Share