HiSign

Directions Website

HiSign Welcome to Alpha Creative Design is a page that provides design resources, tips, and advice.

The channel is run by a team of experienced designers who are passionate about helping others improve their design skills.

Kanniisaa fi Titiisa▬▬▬▬▬▬▬▬▬Namni Maaliif Na Hin Jaallatu? Gaaffii kana titiisatu kanniisa gaafate. Akkas jettee gaafat...
01/08/2026

Kanniisaa fi Titiisa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Namni Maaliif Na Hin Jaallatu?

Gaaffii kana titiisatu kanniisa gaafate. Akkas jettee gaafatte. "Ani akka kee ilkee hin qabu. Nama hin hiddu, nama hin waraanu. Jireenya koo qofaan jiraadha. Ati immoo ilkee qabda, nama hiddita, garuu akkuma koo ilbiisadha malee bineensa guddaa miti. Namoonni immoo si jaallatu. Anaan immoo of irraa na darbatu. Ani nyaata isaaniirra yoon taa'e irraa na ari'u, bakka ani qubadhe iyyuu kutanii gatu. Kan kee immoo nyaata ati lafa rakkinaatti qopheessite iyyuu barbaadanii ilkee kee obsanii nyaatu!

Kun maaliif ta'ee? Garaagarummaan keenya maali?" Jettee titiisni kanniisa gaafatte.

Kanniisni akkas jettee gaaffii gaafatte. "Ati eessa eessa oolta?"Jennaan titiisni akkas jettee deebifteef. "Ani lafan waa argadhun oola. Nyaachuuf, taphachuuf, jireenya koo bashannansiisuf jecha, kosii keessa, mana fincaanii fi kan kana fakkaatan naanna'aan oola" jetteen.

Kana irratti kanniisni akkas jette. "BAKKA OOLMAA KEE Sirreeffadhu! Ani daraara irra, bakka urgaa'un oola. Kanaaf na jaallatu" jette. Ati hoo eessa oolta?

Address

LONDON
Jimma

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when HiSign posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share