09/06/2026
Milkaaʼuu kee booda namoonni haaraan hedduun si baru. Warri kaleessa si waliin turan keessaa gariin immoo si ganu. Kun waan haaraa miti; amala ilma namaati. Namoota si gananiif hin dhiphatiin, Nama si deeggaran galateeffadhu. Hojii kee itti fufi, milkaaʼinni kee deebii hunda haa taʼu!