Afoola

Afoola Afoola Oromoo waliin haa guddisnuu.

Best footoo
19/04/2023

Best footoo

25/02/2023

YEROON AMMAA YEROO OBBOLEESSA KEENNA KAA DEEGGARSA NURRAA BARBAADU BIRA DHAABBANNUUDHA.
KANAAF Osoo ati quuftee ambaan sirraa hafe mana kee keessa Guutuu Obboleessi kee waan nyaatu dhabee lubbuun bahaa jira .
SII HAA MARARUU

25/02/2023

BEELLII LAMMII KEETII BEELA KEETI
BEELLII OBBOLEESSA KEETII BEELA KEETI
OSOO HIN TUFFATINIIF WAAN QABDUUN BIRA DHAABBANNUUDHA

05/02/2022
20/12/2021

Gaaffii armaan gadiirratti hirmaadhii deebisi. 1 / . Maqbaasa Oromoo Booranaa torban tartiibaan himi?
2/ . Maqaa Guyyoota torbaan Afaan Oromoo Booranaatni himi ?

20/12/2021

Gaaffii armaan gadiirratti hirmaadhii deebisi.
1 / Maqbaasa Oromoo Booranaa torban tartiibaan himi ?
2 / Maqaa Guyyoota torbaan Afaan Oromoo Booranaatni himi ?

Waariyoo HibbooHibirqi GalgalooWayyi xiqqaan diida gunnuufa?DiraandisaWannii dirii kutaa? AwwaansaWannii awwaarsaa?Re'ee...
24/03/2020

Waariyoo Hibboo
Hibirqi Galgaloo
Wayyi xiqqaan diida gunnuufa?
Diraandisa
Wannii dirii kutaa? Awwaansa
Wannii awwaarsaa?
Re'ee
Wannii re'een dhaltu?
Ilmoolee
Wannii ilmoolee nyaataa?
Geedalloo
Wannii Geedallisaa?
Waraabessa
Wannii waraabatan?
Bishaan
Bishaan xuuxaa?
Arba
Wannii arba gaadaa?
Gaadduu
Wannii gaadi'atan?
Loon
Wannii loo'aa ?
Bofa
Wannii bophisaa?
Somba
Wannii somba nyaataa?
Saree
Wannii sareen dootuun?
Tintimaa
Wannii tintimaa?
Jaarsa arrabaa waaman.

Address

Wach'ile

Telephone

+251985566126

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Afoola posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share