31/10/2020
💯
**********************************************
🤱Dubartiin takka "mee jaarsa naa barbaadi"yoo siin jette si barbaadde jechuudha siihaagalu!
👸"Ati bar nama jaalatamu,nama addaati garuu..."jechuu yoo baay'ifte ajandaa jaalalaa narraa dhaabi jechuu isiiti!
🤱Dubara waliin osoo taphattuu"Jaartiin tee akka siin hin lolle"yoo sin jette,fuudhuu kee adda baafachuu barbaaddee jirti! beekiif!
🧕Dubara waliin osoo haasoftu"jaarsi kiyya jaarsi kiyya "jechuu yoo baay'ifte haasofni kee sarara natti darbaa jirta narraa gabaabbadhu siin jedhaa jirti!
👩🎤Dubartiin yeroo si argitu akka dhiira dhiiraa yoo taate,walitti dhufeenya hiriyyummaa malee kan jaalalaa hin fedhu siin jette!
🤹♀️Dubartiin ija keessa silaalaa yoo haasoftee fi lallaafte,sijaalattee jirti.Dafii waan sibaasu laalladhu.Itti siqi ykn yeroodhaan badi!
🧘♀️Yeroo ati haasoftu yoo siif kolfite haasofni kee itti tolee jira itti fufi jechuu isii yoo ta'u,yoo serious sitti taate dhaabi oduu kee jechuu isiiti!
💑Jaalalleen tee Fiilmii jaalalaa,seenaa jaalalaa fi kkf yoo siif ergite,kunuunsa fi jaalala sirraa barbaadaa jirti waan ta'eef dhaqqabiif!!!
Yoo sitti tole maal eegda