Z Federalist -Africa

Z Federalist -Africa Z -federalist -Africa

03/09/2024

Tokko bara darbe digrii tokkoffaa fudhate barana digrii lammaffaa amma kun maal jechuu dha ,kolleejjonii dhuunfaa maallaqaf jecha akka barbaadan gocha jiruu ,kana ministeerri barnoota kolleejjota akkasii cufu duwwaa mitii digrii warra akkasuman fudhate harka fuudhu qaba yoo tahuu baate wanta baayeetuu badaa deems

AKKAM jirtu hordoftoota keenya har'aa odu  waan haaraatiin dhufnerra ,innis jiraachuuf namni maallaqa isa barbaachisa ma...
29/08/2024

AKKAM jirtu hordoftoota keenya har'aa odu waan haaraatiin dhufnerra ,innis jiraachuuf namni maallaqa isa barbaachisa mallaqni humna ykn money power jedhama kanaaf maallaqa online hojjechuuf nama tokko referal yoo ergitaniifii birri dhibba shan argatuu kanaa link kana gagiin seena start jedha

28/07/2024

The book "Why 'A' Students Work for 'C' Students and 'B' Students Work for the Government" by Robert Kiyosaki challenges the traditional notion that academic success is the key to financial prosperity. The author argues that many successful entrepreneurs and business leaders were not necessarily the top students in school but instead developed skills like creativity, problem-solving, and communication outside of the classroom.

👉 Chapter 1: The Myth of Straight A's

- The traditional education system emphasizes the importance of getting straight A's, but this doesn't necessarily translate to success in the real world.
- Straight A students are often too risk-averse and lack creativity and innovation.
- C students are more likely to take risks, learn from failure, and have an entrepreneurial spirit.

👉 Chapter 2: The Importance of Financial Education

- The education system does not provide adequate financial education, which is necessary for success in the real world.
- C students are more likely to learn about finance through hands-on experiences, such as starting a business or investing in the stock market.
- A students often end up in debt because of their lack of financial education.

👉 Chapter 3: The Power of Networking

- Success often depends on who you know, not just what you know.
- C students are more likely to develop strong networking skills because they prioritize building relationships.
- A students may struggle in the real world because they focus too much on academic achievement rather than building connections.

👉 Chapter 4: The Importance of Sales and Marketing

- Sales and marketing skills are crucial for success in most industries.
- C students are more likely to have developed these skills through practical experience, such as running a business or working in sales.
- A students may struggle to acquire these skills because they are not typically taught in the traditional education system.

👉 Chapter 5: Embracing Failure

- Failure is a nece

28/07/2024

obbolee miidiyaa hawaasaa kana irraattii waan hunduma hin maxxansiin ,you do not know who is following and being enemy to ,social mefia is z evil eye

28/07/2024

frnd kolleejji dhuunfaarraa digrii fi msc fudhate inumayyuu akka waan guddatti hafarsuun nonsense bro.do not expose everything be private move

Hachalu hundesa famous oromo singer and human right defender ure in human heart all the time
29/06/2024

Hachalu hundesa famous oromo singer and human right defender ure in human heart all the time

Wallagga keessaatti bakka buufata xiyyaaraa dambidoolloo,naqamtee fi yeroo dhiyyottii immoo najjoon jalqabuufi dabalatas...
16/06/2024

Wallagga keessaatti bakka buufata xiyyaaraa dambidoolloo,naqamtee fi yeroo dhiyyottii immoo najjoon jalqabuufi dabalatas buufata xiyyaaraa Abiishee Gerba international airport shaambuutti saba kana barbaachisa sagalee haa taanu

16/06/2024
02/06/2024

Raachuu baga gammaddee goota tiktokii baayee keenyaa kan sirratti kaanafu sababa mandarumma fi hinaaffa keenya malee ati waan nama goote hin qabdu. Go forward to next project

19/05/2024

Yaa namakoo tapha kubbaa miilatti bashannanuun gaarii dha garu kun daabboo siif hin bitu mana kiraa siif hin kaffaluu yoo tahe maaltu wajjiin si maraachere?

16/05/2024

Ibsi ambasaddarri america baase soba fi fudhatama hin qabu jechuun mootummaa Itoophiyaa kun agarsiistu anumatu siif beeka kanuma kootuu sirrii dha akka jechuuti

Address

Shambu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Z Federalist -Africa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share