Hulum besu

Hulum besu Loogaawww

18/01/2026

funny comedy

18/01/2026

koi mil gaya

Pastor henok jechaa dubbateef dhiffama gaafachuu qaba uummata salalee. Saalaleen namni dhebotee bishaan gaafa gaafatu ka...
29/12/2025

Pastor henok jechaa dubbateef dhiffama gaafachuu qaba uummata salalee. Saalaleen namni dhebotee bishaan gaafa gaafatu kan aannaan keenuudha, Siree issaara bu'ee kan raafisuudha, salalee biyyaa jaalalatti,biyyaa dhiiratti,biyyaa taddee biruutti. Kanaaf dhiiffama akka gaafatuu nuuf taasisa ykn tuuffi yoo tatee akka seeratti dhiyaatu nuuf taasisa ijoolee oromoo

13/02/2025

Address

Selale

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hulum besu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Hulum besu:

Share

Category