C CHOIR - NECMY

Directions Website

C CHOIR - NECMY Worship God

Gadi dhifameera.. itti eebbifamma!subscribe our YouTube channel
20/09/2026

Gadi dhifameera.. itti eebbifamma!
subscribe our YouTube channel

NAN-DEEMACOMING SOONNEW SONGBY C CHOIR YAHWEHSong by Yahweh ...

18/09/2026

8 Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti; 9 hojiidhaanis miti, namni tokko illee akka ittiin of hin janyetti. 10 Nuyi hojii harka isaatii ti, hojii gaarii isa Waaqayyo duraan dursee qopheesse keessa akka deddeebinuuf karaa Kristos Yesus uumamne.

Efesoon 2:8-10

Coming Very Soon!
https://youtube.com/?si=Ffv4ryUOC_rL9Xti

11/09/2026

BAGA BARA 2019 NAGAAN GEESSAN
“"Dhiisaa, gab jedhaa, ani Waaqayyo akkan ta'e beekaa! Ani saba lafa irraa gidduutti ol kaafameera; ani biyya lafaa keessatti ol kaafameera!" 11 Waaqayyo gooftaan maccaa nuu wajjin jira, Waaqayyo inni kan Yaaqoob da'oo keenya!”
— Far. 46:10

03/09/2026
worship night by Jobira Generation Songs miss it not
03/09/2026

worship night by Jobira Generation Songs
miss it not

24/07/2026

🙌

14/06/2026

Jechisaa Na jiraachise manasaa!

28/05/2026

Lubbuu koo gara isaa dheebottiGooftaa koo yooman arga jettiAkka hawwetti hin hafuu garaan kooWal arguun hin oolu gaaf tokko
Nan arga gooftaakoo,Nan arga gaaf tokko.

Waaqayyo guddaa akka ta'e, gooftaan keenyas Waaqayyoolii hundumaa akka caalu anoo beeka.Far. 135:5
27/05/2026

Waaqayyo guddaa akka ta'e, gooftaan keenyas Waaqayyoolii hundumaa akka caalu anoo beeka.
Far. 135:5

Address

NEKEMTE
Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when C CHOIR - NECMY posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category