SOORA ONNEE

SOORA ONNEE đŸ„°đŸ„°đŸ„°

ÑàmĂČóññí HĂ©ddĂșĂșñ ÅppĂ­lĂ­kÚéshĂ­nĂ­Ă­ GéémĂ­Ă­ TĂČkkĂł DhĂČksàåñ WĂĄlĂŹĂ­f DĂ bĂ rsĂĄnßí SĂĄ'ĂĄtĂ­ĂŹ 7 KÚéssĂĄttĂ­ 3,200 Ăłl Íttííñ HĂČjjĂ©chĂ ĂĄ J...
19/12/2024

ÑàmĂČóññí HĂ©ddĂșĂșñ ÅppĂ­lĂ­kÚéshĂ­nĂ­Ă­ GéémĂ­Ă­ TĂČkkĂł DhĂČksàåñ WĂĄlĂŹĂ­f DĂ bĂ rsĂĄnßí SĂĄ'ĂĄtĂ­ĂŹ 7 KÚéssĂĄttĂ­ 3,200 Ăłl Íttííñ HĂČjjĂ©chĂ ĂĄ JĂ­råñ. ÅkkĂĄ ÎsàåñíttĂ­ ÑámĂČĂłnñí HĂČjjĂ©chĂșĂș ßárbĂ ĂĄddåñ, Åáppßí ÅsĂŹĂ­ GĂĄdĂŹĂ­ ÍÑSTÅLL GĂłdhĂĄchĂșĂșñ ÅmmĂșmĂĄ Íttííñ HĂČjjĂ©chĂșĂș JĂĄlqĂĄbĂĄĂĄ.👇👇👇
ÑàmĂČóññí HĂ©ddĂșĂșñ ÅppĂ­lĂ­kÚéshĂ­nĂ­Ă­ GéémĂ­Ă­ TĂČkkĂł DhĂČksàåñ WĂĄlĂŹĂ­f DĂ bĂ rsĂĄnßí SĂĄ'ĂĄtĂ­ĂŹ 7 KÚéssĂĄttĂ­ 3,200 Ăłl Íttííñ HĂČjjĂ©chĂ ĂĄ JĂ­råñ. ÅkkĂĄ ÎsàåñíttĂ­ ÑámĂČĂłnñí HĂČjjĂ©chĂșĂș ßárbĂ ĂĄddåñ, Åáppßí ÅsĂŹĂ­ GĂĄdĂŹĂ­ ÍÑSTÅLL GĂłdhĂĄchĂșĂșñ ÅmmĂșmĂĄ Íttííñ HĂČjjĂ©chĂșĂș JĂĄlqĂĄbĂĄĂĄ.👇👇
https://c3aiet.com/pages/login/index?invite=uavhfza7
đŸ„°đŸ€·đŸ„°

Waan kana banadhaatii irraa qarshii argadhaa withdraw godhadhaa!Guyyaatti qarshii 25 fi yoo nama hafeertan qarshii 5 arg...
11/12/2024

Waan kana banadhaatii irraa qarshii argadhaa withdraw godhadhaa!
Guyyaatti qarshii 25 fi yoo nama hafeertan qarshii 5 argattu, kana jechuun guyyaatti qarshii 30 argattu jechuudha; akkasuma qarshiin keessan dabalaa deema!
Yeroo qarshii 100 geessan withdraw godhachuu dandeessu;
WhatsApp warri qabdan dhaabbata sana quunnamuu dandeessu
Link

https://c3aiet.com/pages/login/index?invite=uavhfza7

 ============Dammako naan hin jedhinan hadhooftuu eebichaaLubbuuko naan hin jedhilubbuunkee siif tokkichaaBareedako hin ...
20/06/2020


============
Dammako naan hin jedhin
an hadhooftuu eebichaa
Lubbuuko naan hin jedhi
lubbuunkee siif tokkichaa
Bareedako hin jedhin
beeka akkan fokkisuu
Jaalala sobaaf jedhee
an badaa sin rakkisuu
Maqaa natti hin jijiirin
naan jettee qaama kiyyaa
Ani Jaalala keetiif
mee ba'uun qabaa biyyaa
Enyummaakoo siif ibsee
akka qaawwaan baayyatuu
Ani qarshii qabaadhee
kaardii abbaa dhibbaa hin guutuu
Amerikaa jiraadhee
siif hin ergu bilbilaa
Waanti ati narra argattuu
inni dhugaan Jaalalaa
Garjiitii mana hin qabuu
booleetii Apaartaamaa
Buraayyuutiin ji'aatti
kiraa manaaf Waamamaa
Woow bargerii nyaachuuf
dhaqee hin beeku birbirsaa
Shiroo birrii Shaniittin
ashaboo itti firfirsaa
Askootii dhaqee hin nyaanee
kiyyaa pizaaf cimmaaqii
Kophee koorraa hin miicanne
isa torbee tokkoo laaqii
# garuu
Jaalala keetiif jedhee
ijaaruuf Apaartaamaa
Lafa dhaqee fuudheeraa
kaaree dhibbaaf jaatamaa
Investerayyuu te'een
misoomsee lafa qonnaa
Waanta ati feetu ta'uuf
jalqabeera qorannaa
Lafan Investiif fuudhes
ijaaruu Gamoo biyyaa
Iddoo Salphaa hin se'in
keessuma onnee kiyyaa
Appartaamaan achirraa
kan keeti kan kee qofaa
Furtuusaa siif kenneera
situ banatee Cufaa
godhaa biraan gaha gurba biraa.😎

  !================================*Namnii nama sitti hamatu,siis akka hamatubeekii.*Naman yoo wal dhabdee,siif dhiisu d...
19/06/2020

!
================================
*Namnii nama sitti hamatu,siis akka hamatu
beekii.
*Naman yoo wal dhabdee,siif dhiisu diduu isa
miti,dhiisufi diduun kee akka sii miidhuu beeki.
*Hir'ina nama yeroo haasoftuu,isa kan kees
yaadadhuu.
*Namaan jaallatamuu miti,nama jaallachuu
keetiin nama gaarii akka taatu hubadhuu.
*Yoo of tuultee kan sii olii akka jiruu, yoo of
tuffattee kan sii gadii akka jiruu beeki,jidduma
galeesatti jiraadhu.
*Dubbii madda isaa hin beeknee hin odeessiin,
jallattee nama jallistaa.
*Hiriyaa eenyumma isaa hin beekneetti hin
hidhatin eenyummaa kee sii hirraanfachisa.
*Garaa keef jette maqaa kee hin balleessin.
Hubadhuu!!
*Aariin_mufaati
*Ejji_kufaati fidaa.
*Hiriyaa yoo sirraa nyaatu malee,yoo siif
laatuu hin jaalanne hin abdatin.
*Nyaachuun dura akkuma harka
dhiqattuu,dubachuun duras itti yaadi. callistee
dubannan,nama yookiin sii tuffachiisa.
*Fayadama isa yoo beektee,waan sii miidhuutu
sii gargaara,Hin beektuu yoo ta'e garuu ,inumtii sii
fayyaduu sii miidha.
*Yemmuu rakkataaf waa laachuuf harkii kee
hiixatu, Harkii rabbii sii gargaaruuf akka sitti hiixatu
hin mamiin.
*Sooressa ilaalte iyyummaa keef hin
gaddiin,ittoo yoo sicaale malee buddeen tokkuma.
*Garaa baayisee nyaatu miti,sammuu bal'isee
yaadu qabaadhu.
Yoo sitti tole, godhi.
maddi kanaan dubbiseerraa.

 ...!!Gaf tokko jaarsi tokko maatii isaa waliin osoojiraatuu yeroo jalqabaatiif daawwitii (ofiinlaallee)ijaan arge. Daaw...
17/06/2020

...!!
Gaf tokko jaarsi tokko maatii isaa waliin osoo
jiraatuu yeroo jalqabaatiif daawwitii (ofiinlaallee)
ijaan arge. Daawwitii ilaalee "oh suuraa abbaa
kiyyaa kaniin takkaa hin argin arge" jedhe
gammaduu eegale. Daawwitii ofitti qabee
dhungatee, hammata. Gaaf tokko daawwitii manatti
irraanfatee gara bakka hojii deeme. Jaartiin
daawwitii fuutee yeroo ilaaltu suuraa ishii ilaaltee
"jaarsi kiyya wanni yeroo hunda abbaa kiyya ja'ee
dhungatu edaa jaalallee biraa qabaa? jettee booyuu
jalqabde. Jiddumaan aayyoo guddoo (grand mother)
ishiitti geessitee jaarsi kiyya jaalallee biraa
dhoksaadhaan qabaa ilaali jetteen. Akkoon ( aayyoo
guddoon) yeroo ilaaltu tun dullattiidhaa du'a bira
geessee hin yaaddawin jetteen jedhama.
waan dubbiftaniif galatoomaa! dubbisanii usanii
deemuun dhoowwaadha kanaaf kaffaltiin like (1),
comment (1) fi share (1) kennii bira darbi.

Nama Dubbise Hunda ni Fayyada Naaf dubbisaaQarshii qabaachuuf hojjachuun dirqama, hojjachuufammoo dandeettiif tooftaan b...
16/06/2020

Nama Dubbise Hunda ni Fayyada Naaf dubbisaa
Qarshii qabaachuuf hojjachuun dirqama, hojjachuuf
ammoo dandeettiif tooftaan barbachisaadha
'Business' tokko hojjachuuf tooftaalee 11 kanneen
yaadadhu mee.........
1 iccitii itti namaa waliin hojjettu male icciti hojii
keetii gonkumaa namaaf hin himin
2 waan sii harka hin geenye abdattee hin
gammaddin, yoo dhabdee ni miidhamta
3 hojii gosa tokko qofa hojjechuun bakka yaadde
hin geessu, waan dandeessu hundaa hojjedhuu
4. waan xiqqoo hojjatteen mul'achuuf hin ariifatin,
hojiin kee iyyu sii mul'isaati
5 amma dura hojiin kee yoo siif hin milkoofne san
yaaddee of hin jeeqin sababa kufaatii keetii san
irraa baradhu male
6 yoo dandeesse Nama gargaari malee maallaqa
liqeessuu hin heddummeesin, maallaqa kees
dhabdee nama sanas dhabdaati 7 waan hojjattu
hunda irratti nama fakkeenya godhattu qabaadhu,
akka isaa/ishee ta'uuf osoo hin taanee isaa/ishee
caaluuf hojjadhu
8 waan guddaa bor hojjattu ilaaltee xiqqoo har'aa
hin tuffatin ykn hin balleesin maaliif seete,xiqqoon
kun guddaa san bira gahuuf riqicha cehumsaati
9 waan hojjechuuf yaddee dursitee hin odeesin
namni qabeenyaan sii caalu sumaa irra dhagahee sii
dursuu danda'aati
10. yoo dandeesee abbaa oggumma waan tokkoo
ta'uuf yaali, maaliif seete?,oggummaan akka qarshii
Argattee kaatee hin dhabdu
11 kayyoon kee yoo galma siif gahee of qofaaf hin
jiraatiin lammii keetiif waan gochuu dandeessu
hunda godhii maaliif seete ?
dandeettii osoo qabuu kan carra dhabetu jira,
karaa itti argisiisi
mallaqa osoo qabuu kan nama (Hiryaa) dhabetu
jiraa, amanamiif
waan hunda hojjechuu osoo danda'uu kan
roorroon itti heddummaatetu jira Waan taheef siif
jira jedhii aantummaa kee mul'isiif
Har'aaf kanuman isiniif barreesse yoo sitti tole
hiriyoota keetiif like comment share godhi wanti
biro kan hafes baay'eedha na hordofaa Galatoomaa
qomowwan koo

  đŸ˜˜đŸ˜˜đŸ˜˜đŸ’•â™„Yoo waal fayyaaduu dadhabneeWaal midhuu haa dhifnuuYoo waalif yaaduu dadhabneeWaaliittii yaaduu haa dhifnuuYoo wa...
16/06/2020



đŸ˜˜đŸ˜˜đŸ˜˜đŸ’•â™„
Yoo waal fayyaaduu dadhabnee
Waal midhuu haa dhifnuu
Yoo waalif yaaduu dadhabnee
Waaliittii yaaduu haa dhifnuu
Yoo wajjiin duuluu dadhabnee
Waaliittii duuluu haa dhifnuu
Yoo waal faarsuu dadhabnee
Waal arabsuu haa dhifnuu
Yoo eebbisuu dadhabnee
Waal abaruu haa dhifnuu
Yoo waal jalachuu dadhabnee
Waal jibbuu haa dhifnuu
Yoo waal gammachisuu dadhabnee
Waal gadiisisuu haa dhifnuu
Yoo waliitii siquu dadhabnee
Waal irraa siquu haa dhifnuu
Yoo dhugaa walittii himuu dadhabnee
Waal sobuu haa dhifnuu
Yoo waal sirresuu dadhabnee
Waal jal'isuu haa dhifnuu
Yoo waal amanuu dadhabnee
Waal shakkuu haa dhifnuu
Yoo wajjiin qabsa'uu dadhabnee
Walittii qabsa'uu haa dhifnuu
Yoo jaabeesuu dadhabnee
Waal laffiisuu haa dhifnuu
Yoo waal gorsuu dadhabnee
Waal dogongorsuu haa dhifnuu
Yoo waal guddisuu dadhabnee
Waal xiqqesuu haa dhifnuu
Yoo waal billisoomsuu dadhabnee
Waal gabromsuu haa dhifnuu

● HUBADHU💔💔💔💔💔Bara jireenyaa kee keessatti* Kan dabarsite yaadadhu* Kan keessa jirtutti jabaadhu* Kan itti deemtuuf abdi...
15/06/2020

● HUBADHU
💔💔💔💔💔
Bara jireenyaa kee keessatti
* Kan dabarsite yaadadhu
* Kan keessa jirtutti jabaadhu
* Kan itti deemtuuf abdiin jiraadhu
* Bakka yaadde gahuuf obsa qabaadhu
* Kaayoon kee akka galma sii gahuuf RABBIIN
kadhadhu
` ` ` ` ` ` ` ` ` ` ` `
Addunyaa Tana Irratti
* Jecha kee eeggadhu, isatu gocha tahaatii
* Amala kee sirreessi, isatu namootaan waliin si
jiraachisaatii
* Jireenya kee fooyyeessi, isatu boqonnaa bara
jireenyaa kee guutuutii
* Qabeenya qabduun namatti hin boonin,qabeenyi
fixeensa ganamaatii
* Beekkumsa qabduun uf hin tuulin,namoonni si
caalaa beekan heddutu jiraatii
* Aangoo qubaan si filaniin uf hin dhiibin,qubaan
irraa
si buusaniitii
* Hin hatin abaarsa jalaa baataatii
* Hin kijibin amanamaa taataatii
Qabaadhu !
````````````````````````
* Jaalala onnee
* Beekkumsa sammuu
* Obsa garaa
* Dhugaa arrabaa
* Ogummaa harkaa
Yoo Nama Taate
--------------------------------
* Jaalala baay'isi
* Beekkumsa ida'i
* Qabeenya hiri
* Inaaffaa hir'isi
* Ilaalcha walqixxeessi
* Hojii guddisi
* Teessuma xiqqeessi
Jaalalli Dhugaa
-------------------------------------
* Mi'aawaadhaa dhandhamadhu
* Urgaawaadhaa fuunfadhu
* Gammachuudhaa simadhu
* Icciitiidhaa eeggadhu
* Dorgommiidhaa itti hirmaadhu
* Qabsoodhaa injifadhu
* Abdiidhaa obsaan eeggadhu
* Qabeenyaa horadhu
* Bultiidhaa ijaaradhu
* Gaaddisaa jala boqadhu
€ "Bareenni fokkataa jennaan?"jennaan " Yoo jaare"
€ "Beekaan dogoggoraa ?"jennaan " Yoo aare"
€ "Hiyyeessi duroomaa"jennaan " Yoo xaare"
eeyyeen
jedhanii walii itti galu hayyoonni !!!
----------------------------------------------------
- -> waan dubbiftaniif galata keessan bakka bu'ee
hin
banne,bakka kufee hin cabne,bakka hattuun hin
hannee fi bakka moofee hin shamne isiniif kaaheera
--> Kan nyaattan isinii haasifaayu,kan yaaddan isinii
haa milkaa'u
Horaa-Bulaa
share gochuu hin dagatin.

jalqaba like share godhi !San booda paje kiyya kana like godhaa.Lakkoofsa 1 irraa hanga 17 keessaa 1 filadhuu # comment ...
15/06/2020

jalqaba like share godhi !
San booda paje kiyya kana like godhaa.
Lakkoofsa 1 irraa hanga 17 keessaa 1 filadhuu
# comment jalatti barreessi Achii bodaa gadii bu'ii
carraa kee ilaaladhuu. # Share gochuu hin dagatiin
1 2 3 4 5 6 7
8 9 10 11 12 13
14 15 16 17
"""""""""""""""""
"""""""""""""""""""""""
1.Nama tufatta
2.Soba dubbachuu jallataa
3.Seena beektotaa barressuu jallataa
4.Yeroo kee kolfaan dabarsita
5. Lammii keef baayyee quqamtaa
6. Yaada baayi'staa
7. Amaala bareedaa qabda
8. Nama hedduutu si jibba
9. Ati sodaatadha ykn sodaattuu dha
10.Amanti kee hedduu jallataa
11. Dubbisaa dheeraa dubbisuu jallataa
12. Like gochuu hin jallatuu
13. Iccitii nama odeesiita
14. Hojii hojjechuu hin jallatuu
15. Yeroo siif bilbilaan hin kaastu
16. Comenti barressuu jallataa
17. Ati harjaa miti
Dhugaan isiin ibseeraa?? Deebisaa Comment
godhaa page Kana like fi follow godhaa.

AJAB !Dursa       godhaa.∆∆∆∆∆∆∆∆Jireenyii fi konkolaataan yoo obsan malee dafeehin guutu.Dhagaan ganama si dha’e guyyaa...
15/06/2020

AJAB !
Dursa godhaa.
∆∆∆∆∆∆∆∆
Jireenyii fi konkolaataan yoo obsan malee dafee
hin guutu.
Dhagaan ganama si dha’e guyyaa dabalee si
dhoofnaan situ dhagaadha.himm
Mana hiyyeessaatii xiqsii mana sooressaatii
xibsiin hin dhabamu. # Oromara
Hojjettee kan hin bashannanne harree qofa.
Akka garbichaatti yoo hojjette akka mootiitti
jiraatta.
Jiraachuun gaariidha, qarshii nu lakkoofsisuu
baatus guyyaa nu lakkoofsiseera.
Gadi jettee yoo hojjette wanti hundinuu gad
jedhee sitti mul’ata.
Nama sammuu madooshaa qabutti namni
hundinu mismaara fakkaata Jedhama kun
dhugumaa?
Tokko jaallachuun dirqama, lama jaallachuun
daldaala, sadii jaallachuun garuu kontrobaandiidh
a.Qabamtan egaa kontorobaandistoonni

Dubarrii fi lotooriin kan isaan hin barbaanneef
malee kan isaan barbaaduuf hin ba’an.hhh Namoota
tokko tokkotu jedha,ani hin jenne
Sammuun qulqulluun boraatii gaariidha.
Jiraachuun kee eenyuunuu yoo hin fayyadne
du’uun kee eenyuunuu hin miidhu.
Walitti sissiqaa taaksii keessaatiin walbaree
baay’eetu wal fuudhee waliin barare.
Galatoomaa.

JAALALLI MAALI ?DUBBISI.∆∆∆∆∆∆∆∆∆Jaalalli dhugaa garuu maaliidha? Madaalliin isaahoo? Jaalala dhugaa isa kan sobaa yknfa...
13/06/2020

JAALALLI MAALI ?
DUBBISI.
∆∆∆∆∆∆∆∆∆
Jaalalli dhugaa garuu maaliidha? Madaalliin isaa
hoo? Jaalala dhugaa isa kan sobaa ykn
fakkeessaan akkamitti gargar baasuun
danda’ama?
Qabxiilee jaalalli tokko isa dhugaa ta’uu
agarsiisan 10 tarreessina. Jaalala keessa jirtan
qabxiilee kanniiniin wolbira qabaa madaallii
mataa keessanii itti laataa.
1. Jaalalli dhugaa gocha. Jaalalli dhugaa waan
ati namaaf taatu ammallee waan namni biros
siif ta’u; haaluma kamiin keessattuu. Jaalalli
dhugaa waan gochaan agarsiistu malee waan
afaaniin odeessituu akka hintaane quba
qabaadhu. Jaalala dhugaa nama jaalattuuf
qabdu‘sijaaladhaa’ afaanii qofaan osoo
hintaane gochaan agarsiisi.
2. Jaalalli dhugaa nama hinhubu . Jireenya
keessatti wolitti aaruun, mufannaafi
wolhubachuu dadhabuun jira. Bakka jaalalli
dhugaa jirus kuni inuma jira. Bakka jaalalli
dhugaa jirutti rakkooleen ykn hir’inni kunniin
waan irra deddeebi’aa mul’atanii miti, garuu.
3. Jaalalli dhugaa haasawa gaariin madaalama .
Lafa jaalalli dhugaa jirutti maqaa
wolballessuufi wolyakkuun hinjiru. Yoo
haasoftu jechoota ‘akka natti fakkaatutti’ ykn
‘akka amantaa kootiititii’ ykn ‘akka yaada
kootti’ jedhanitti dhimma bayuu yaali. Waan
dhibbaan dhibbatti hinbeekne namatti hinfe’in.
Jechaafi shakkiidhaan wolhadheessuun ganda
jaalalli dhugaa jiruttii miti kan heddumaatan.
4. Jaalalli dhugaa waan jaalannu akka
woreegnuuf nuhingaafatu . Kana jechuun
jaalalli dhugaa waan jalannu, maatii, hiriyyaafi
fira keenya akka dhabnu ykn gargar baanu
hinhayyamu. Namni wontoota jaalattuun
gargar sibaasuuf carraaqu jaalala dhugaa siif
akka hinqabne hubadhu. Jaalalli kee
madaalawaa ta’uu qaba; gama hundaanuu.
Namni jaalala dhugaa siif qabus kanarratti
sijajjabeessa.
5. Jaalalli dhugaa nama jaalattuufi kanniin
biroo gargarbaasuu irratti hundaaya . Kana
jechuun maatiifi fira jibbi jechuu miti. Namni
ati jaalattu hunda irra akka jalattu, yeroo kees
woliin galaafattu, bakka kamuu jiraattu akka
yaadattu sirraa eegu. Kana hir’isuun,
keessumattuu yoo wolirratti kuusame, balaa
inni fiduu malu guddaadha.
6. Waahila gaarii harkatti galfachuufi, dursii
nama gaarii ta’i. Nama kaayyoo qabu,
dhimma isaa too’atuufi waan barbaadu
harkatti galfachuuf carraaqqatu ta’uun jaalala
barbaaddu argachuufis ta’ee isa harkaa
qabdu cimsachuuf sigargaara. Gufuuleen
jireenyaafi jaalalaa bakka heddutti
sirukutaniiran taanaan bu’uura rakkoo sanii
sakatta’ii gara funduratti waan fooyya’iinsa
qabu hojjachuu irratti fuulleffadhu.
7. Jaalalli dhugaa daangaa jireenyaa keessa
nama sochoosa. Maaliif jiraatta? Maal
qabaachuufi horachuu feeta? Maal jibbita ykn
maal waahilli kee akka hinhojjanne
barbaadda? Waan jaalattuufi jibbitu ifatti
gargar baasi. Nama wojjiin jiraatan woliin
wolitti iyyaa, mataa woldhukkubsaa
jiraachuun jiruu hinta’u. Durumaa kaasii, ‘Yoo
x uumame, moromteen alatti nagaye ykn
deeme,’ jechuu danda’uu qabda. Wonti ykn
dogoggorri uumamu tokko tokko kan hireen
2ffaa ykn 3ffaa kennamuuf nijiru. Hanga
barbaachisuu ol obsuun ufsobuu ykn nama
murtee ta’uu dadhabuudha calaqqisiisa.
8. Jaalalli dhugaa kaayyoofi kaka’umsaan
guutamuu qaba;akka nama dhuunfaattis
ta’ee akka wolootti. Lameen woljaalatan
yaadaafi karoora isaanii bakkaan gayuu irratti
woldeeggaruun alatti furmaata biroo
hinqaban. Waan waahilli kee jireenya
keessatti fedhu gargar baasii hubadhuu
deggarsaan bira dhaabadhu.
9. Jalalli dhugaa miidhamaa ufgodhanii
ufkaayuu hinfedhu. Waan uumame
hundarratti too’annaa hinqabu waan jedhu
dhiisi. Irra jireessi waan uumamuu hayyama
keetiin alatti hinuumamu. Hir’innaafi rakkina
qabdu hundaaf sababa tarreesuu dhiisii itti
gafatamummaa fudhadhuu akkamitti akka
funduratti tankaarfachuu qabdurratti jabaadhuu
hojjadhu. Jireenya kee irratti shufeera ta’i.
10. Kaayyoof jiraadhu. Maal akka barbaaddu
ifatti beeki. Uf-fooyyessuuf maal maal bifa
fooyya’iinsa qabuun hojjachuu akka qabdu
beeki. Jaalalli dhugaa kan woloo qofa osoo
hintaane kan dhuunfaatis. Jalalli dhugaa yoo
kophummaan sibarbaachisue siif hayyama;
yoo sibarbaachise akka ufitti haasoftuufi ufiin
mari’attuuf haala siif mijeessa malee bifa
kamiinuu danqaa sitti hinta’u.
GOCHUU HIN DAGATIN.

Address

Nekemte

Telephone

+251966759047

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when SOORA ONNEE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category