Ifaket Media

Ifaket Media Koottaa! waliin mari'anneetu hojjennaa. Ifaket 🔥 Studio🎙️Contact +251(0)941739110

Company and Production
Audio Record,Music and Video Production,Mixing,Mastering
and Music School ✨The light of generations
Bakka argama keenyaa,Magaalaa Naqamteeti.

19/06/2026

Deebineerra | Luba Tafarii Amantee |
Ifaket Media share gochuu hin dagatiinaa!

15/06/2026

Warra akka yeeyyii
H_W Misgaanaa Margaa Ifaket Media share gochuu hin dagatiinaa!

Ji'oota Summer🌞 kana gara mana barumsaa keenyaa kottaati ogummaa baradhaa.Hawwiifi mul'ata, abjuu keessan yeroo dheeraa ...
15/06/2026

Ji'oota Summer🌞 kana gara mana barumsaa keenyaa kottaati ogummaa baradhaa.
Hawwiifi mul'ata, abjuu keessan yeroo dheeraa dhugoomfadhaa!
Hub. Dhaabbati keenya beekamti gahaafi seera qabeessummaa guutuu qaba.
Ifaket Music School galmeerra jirra.
Address , Jitu Call us 0924394433

Congratulations🎉 Rev. Tefari Amante Ifa Kebede Director and Musician    Ifaket Media share
13/06/2026

Congratulations🎉 Rev. Tefari Amante
Ifa Kebede Director and Musician Ifaket Media share

Baga gammaddan, Luba keenyaa! Lubni Tafarii Amantee degree isaanii jalqaba kolleejjii Mekana Yesus irraa theology dhaan ...
13/06/2026

Baga gammaddan, Luba keenyaa!
Lubni Tafarii Amantee degree isaanii jalqaba kolleejjii Mekana Yesus irraa theology dhaan fudhataniiru. Ifaket Media share gochuuu hin dagatiinaa!

Luba Tafarii Amantee waliin barsiisa walitti fufaan isiniif dhufaa jirra. Haga yoonaatti maal irraa barattaniittu? Comme...
12/06/2026

Luba Tafarii Amantee waliin barsiisa walitti fufaan isiniif dhufaa jirra.
Haga yoonaatti maal irraa barattaniittu?
Comment jala nuuf ka'uu hin dagatiinaa!
Akkasumas yaada qabdan nuuf qoodaa.

11/06/2026

Coming soon on Ifaket Media YT channel
NU OOLCHEERA _Singer Abraham Tesfa

10/06/2026

FAARFANNAAN YESUS KIRISTOOS ILMA WAAQAYYOO QOFAAF HAA TA'U

Address

Oromia
Nek'emte

Telephone

+251941739110

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ifaket Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Ifaket Media:

Share