Nahili Al Albaanii

Nahili Al Albaanii انا حره ما بهتم ولا شيء

انت عسول والله بس مش مريض نفسي عشان كده مش نوعي المفضل
10/02/2024

انت عسول والله بس مش مريض نفسي عشان كده مش نوعي المفضل

كوني  بنتي تسمع كلام ابوها ابوك يشوفك اميره  كوني  لاخوك  اخت حنون  اخوك راح يصير سند لالك  ساعدي امك شغل البيت اطلبي شو...
20/01/2024

كوني بنتي تسمع كلام ابوها ابوك يشوفك اميره

كوني لاخوك اخت حنون اخوك راح يصير سند لالك

ساعدي امك شغل البيت اطلبي شو ما بدك امك راح تشوفك بنتي مدلله

كوني لحبيبك بنت الوفي راح يصير فارس احلامك وبس هيك 🖤🥰
🦋

BABA FI ILMAA ❤️ Sheikh Amin Ibroo (Ee Miskiina Wallahi)
30/10/2022

BABA FI ILMAA ❤️

Sheikh Amin Ibroo (Ee Miskiina Wallahi)

Guyyaa har'aa namoota miliyoona 2 ol ta'intu janaazaa muftii irratti argame. Ganama barii irraa eegalee hanga aduu tanaa...
19/10/2022

Guyyaa har'aa namoota miliyoona 2 ol ta'intu janaazaa muftii irratti argame. Ganama barii irraa eegalee hanga aduu tanaatti, namni akkuma galaanaatti dhangala'a. Nama tokkoof jecha namni miliyoonni kun asitti argame. Nama kanaatu lakkoofsaan nama tokko malee bakka nama kumaatamaa bu'a! Nama namaafii rabbiinis jaalatu, nama biyyaa fi biyyeefis tole, nama gaarii akka muftii keenyaa kanarratti carraa salaata janaazaa salaatuu argachuu kiyyatti hedduun gammade. Carraa bareedaa akkanaa argachuun na gammachiise. sheeka sheekkootaa, Akaakoo hunda keenya sheik Adam tuulaa! Sheeka keenya qubsuma isaanii jannata ollaa nabii haa taasisu!

19/10/2022

WALALOO HAMZA AMAAN 😭

18/10/2022

Nashida Urjii wani😢

18/10/2022
18/10/2022

Sheik Adam Tullaa Rabbiin Qubsuma Jannataa sih gochu😢

Manni maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa har'a yaa'ii hundeeffama ulamaa'ota Itiyoophiyaa Finfinnee hoteela Giyoon...
04/10/2022

Manni maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa har'a yaa'ii hundeeffama ulamaa'ota Itiyoophiyaa Finfinnee hoteela Giyoonitti gaggeessaa jira.

Kana dura hundeeffamni yaa’ii ulamaa'ota Finfinnee milkaa'inaan rawwatamuun kan yaadatamu yoo ta'u hundeeffamni yaa'ii ulamaa'ii majlisa federaalaatiin gaggeeffamaa jiru kun seenaa Itiyoophiyaa keessatti kan jalqabaati.

====Alhamdulillah====

Address

Art
Nazareth

Telephone

+966547740820

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nahili Al Albaanii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share