10/04/2024
Amma yoomiitti?
Kun oduu dhaga’uun isaayyuu ulfaatu. Bara namni hundi Afaan qabateefi sodaatetti, dhiirri dhugaa sabasaa qoma dhiibee lallabaa ture, gootniifi beekaan sabaa kun, akka salphaatti ajjeefamee daandii irratti gatame jedhame.
Gaddi ulfaataan kun yoom xumura argata?
Boolla kee daadhiin haa guutu leenca namaa 😭😭