27/09/2026
ODUU GAMMACHIISAA
Wiirtuun leenjii muuziqaa WHITE NOTES kanaan dura marsaa garaa garaatiin barattota leenjisaa kan ture! Bara Haaraa kanattis haala addaatiin barattoota haaraa simatee leenjisuuf qophii xumuree galmee eegaleera! Namoonni ogummaa kanaan leenji'uu barbaaddan galmaa'uun leenjii'aa jechuun afeerraa isiniif goona
Leenjii
nuti kenninu..
1 KEYBOARD
2 GUITAR
3 PROGRAMMING
4 PIANO
5 VOCAL
Teessoon magaalaa naqamtee gamoo yooseef oljirraa darbii 2ffaa
Bilb 0921201541
0921185510