Artist Ramzi salih

Artist Ramzi salih The purpose of the page is to introduce Art to my viewers.

To introduce the best singles and albums of the day in Harare, Oromo, Somali and various languages ​​in video and mp3, go to RamziHarargeeYouTube.com and enjoy!!!

Ana Artisti Ramzi Salih jaallatamoo, Koo sagantaa kana irratti hirmaachuu dandayu dhabuu kootti fii  baay'een baay'een g...
25/07/2026

Ana Artisti Ramzi Salih jaallatamoo, Koo sagantaa kana irratti hirmaachuu dandayu dhabuu kootti fii baay'een baay'een gadda.🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
🙏🙏🙏❤Nu Ofkolchaa Isiniin Jaaladha ! ❤️🙏🙏🙏

24/07/2026

Ramzi Salih:Nu OFKOLCHAA!!🙏🙏🙏🙏
Ana Artisti Ramzi Salih kan yeroo dheeraaf hawwiidhaan eegaa turtan sirba “SI MALEEN FAYYUU” Kan Ja’u har’a galgala ni gadhiifama ja'ee isin beeysisee ture rakkoo teknikaa na mudateef isin biraan gahuu hin dandenye.
Haa ta’u malee, rakkoo teeknikaa nu mudateen, gadhiifamuun isaa gara Boru sa’a 7:00 tti dabree jira.
Tanaafu hordoftoota kiyya jaallatamtotaafi kabajamtoota kiyya fi jaallattoota hojii aartii hunda keessan dhiifama isin gaafadha.
Boru sa’aa 7:00 irratti, Haala bareeda fi haala gaarii ta’een isin biraan geenya.
Obsaa jaalala, deeggarsaafi jaalala yeroo hunda na agarsiistaniif Hundi Keeysanuu galatoomaa.
Nu Ofkolchaa Isiniin Jaaladha ! ❤️🙏🙏🙏🙏

Nu OFKOLCHAA!!🙏Sirbi Artistii Keenya Ramzi Salih Ali kan yeroo dheeraaf hawwiidhaan eegaa turee “SI MALEEN FAYYUU” Kan J...
24/07/2026

Nu OFKOLCHAA!!🙏

Sirbi Artistii Keenya Ramzi Salih Ali kan yeroo dheeraaf hawwiidhaan eegaa turee “SI MALEEN FAYYUU” Kan Ja’u har’a galgala ni gadhiifama jechuun isin beeysifne turre.

Haa ta’u malee, rakkoo teeknikaa nu mudateen, gadhiifamuun isaa gara Boru sa’a 7:00 tti dabree jira.

Tanaafu hordoftoota kiyya jaallatamtotaafi kabajamtoota kiyya fi jaallattoota hojii aartii hunda keessan dhiifama isin gaafadha.

Boru sa’aa 7:00 irratti, Haala bareeda fi haala gaarii ta’een isin biraan geenya.

Obsaa jaalala, deeggarsaafi jaalala yeroo hunda na agarsiistaniif Hundi Keeysanuu galatoomaa.

Nu Ofkolchaa Isiniin Jaaladha ! ❤️🙏

Nu OFKOLCHAA !!🙏Sirbi Artistii Keenya Ramzi Salih kan yeroo dheeraaf hawwiidhaan eegaa turee “SI MALEEN FAYYUU” Kan Ja’u...
24/07/2026

Nu OFKOLCHAA !!🙏

Sirbi Artistii Keenya Ramzi Salih kan yeroo dheeraaf hawwiidhaan eegaa turee “SI MALEEN FAYYUU” Kan Ja’u har’a galgala ni gadhiifama jechuun isin beeysifne turre.

Haa ta’u malee, rakkoo teeknikaa nu mudateen, gadhiifamuun isaa gara Boru sa’a 7:00 tti dabree jira.

Tanaafu hordoftoota kiyya jaallatamtotaafi kabajamtoota kiyya fi jaallattoota hojii aartii hunda keessan dhiifama isin gaafadha.

Boru sa’aa 7:00 irratti, Haala bareeda fi haala gaarii ta’een isin biraan geenya.

Obsaa jaalala, deeggarsaafi jaalala yeroo hunda na agarsiistaniif Hundi Keeysanuu galatoomaa.

Na Ofkolchaa Isiniin Jaaladha ! ❤️🙏

21/07/2026
13/03/2026

Address

Harar

Telephone

+251915041602

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Artist Ramzi salih posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Artist Ramzi salih:

Shortcuts

Share