Burka start

Burka start Welcome my page follow only

Addunyaa kana irraa wantii ati off irraa dhorkuu hin dandeenye duu'aa qofa  yoo ta'eesse.Ati abdii off irraa yoo murtee ...
06/09/2024

Addunyaa kana irraa wantii ati off irraa dhorkuu hin dandeenye duu'aa qofa yoo ta'eesse.
Ati abdii off irraa yoo murtee wan tokko godhuu hin dandeessu kanaf osoo wan hojjeechuuf deemtu san itti hin seeniin murteessu hin qabdu.
Wantootaa jireenyaa kee keessati sii mokraaniif sammuu kee hin dhippisiin hundaa huu rabbi fida hamtuufi gaariinis rabbi biraahi.
Kanaf rakkoo yerootif jechaa galma kee kan fulla kee duraa jiruu hin baleessin.
Hbbi ati nama rakkoo fi ciinqii haaraa tana seena godhuu ta'uu qabda beeki.
Galatooma isiin irraa off beeke mitti isiin gorsuun kiyya yooniin baleesse na ofkolchaa

Mabruk alfa mabruk hirriyaa kiyyaa baga rabbin sii jaare.❤️🥰😍ga'eela keyrii kan milkii sif haa godhuu Dargaggoo   mahamm...
26/08/2024

Mabruk alfa mabruk hirriyaa kiyyaa baga rabbin sii jaare.❤️🥰😍
ga'eela keyrii kan milkii sif haa godhuu
Dargaggoo mahammad
Shamaree Abdii
Ta teessu
Ta deessu
Ta hortuu
Ta bultuu
Ta turtuu
Haa taatuu

Itti yaadii ! nyaatanii ta'uufi nyaatanii hojjechuu ! yeroo amma kana Oomishaalee biqiltuu ykn [ green plant ]🌱 🌿 🪴 kan ...
23/08/2024

Itti yaadii ! nyaatanii ta'uufi nyaatanii hojjechuu ! yeroo amma kana Oomishaalee biqiltuu ykn [ green plant ]🌱 🌿 🪴 kan ja'aamu Ethiopia keessati bayyeetu dhabbamaa jiraa dhabbamuu qofa miti ? Akkamitti guddataa akkamiti bakkaa yaadame ga'aa wan ja'uu jirraa akkumaa dhabbun hin hafinitti guddachuuf furmaata ka'uun dirqaama kanaf wantaa isiif barbaachisuu godha qamni dhimmi ilaaltu waggaa shanan darbee dhabbamee parsantii murasaatu margee waggaa shanan darbee san caalaa akka marguuf godhuuf karoora guddachuu isii irraati baasun dirqaama 🤔🫡
Raayyaa Abbaamacca
Ane tube
Murtee Show 1
Abde show
Firo Love
Jalo juice
BURKA VINE
Jafe Tube
Abdi Getachew Abebe

Jireenya kiyya kessati    oso hamma fedhe Rakkadhe waa sadi3 hin godhu Abadan hin du'u male   1ffa  Raga soba nama irrat...
31/07/2024

Jireenya kiyya kessati oso hamma fedhe Rakkadhe waa sadi3 hin godhu Abadan hin du'u male
1ffa Raga soba nama irrati hin bayu Abadan
2ffa Amantaa koo hin jijiiruu Abadan
3ffa haadha koo Enyuulleen hin madaalu 👌
Isin ho ❤🥰

  Oromoo jechuun wantaa isiin laman qoftin gaatii isii beeku dandeessanii miti oromoon sii male kan biraa eenyu barbaada...
31/07/2024


Oromoo jechuun wantaa isiin laman qoftin gaatii isii beeku dandeessanii miti oromoon sii male kan biraa eenyu barbaada ati oromoo miti yeroo waa'ee oromoo hasaawtu oromoo biraa jiraa atis oromoo ofumaaf laffaate maal akka sif godhan barbaade oromoon akka mana warqii isiinif bitaan barbaadanii osoo oromoof wan godhiin oromoo negative isii duubachuu hin fakkaatu ykn isiin jechaa isiin hin fakkanee duubachuti jirtanii beeka namni oromoof waa godhee kan lafeen itti caphtee kan ilkee itti dhabbe ! waa haasawa akka keessanii kana hin duubanee wallaay bayyee nama rifaachiftan isiin laman robee fi waanin isiinif himu oromoo taa biraa hin eegin atis oromoodha lamafaa oromoo waa naf godhaa jalaa dhissa oromoon taa biraa hin jirtuu siif yoo wan sif godhan barbaade ofif godhii jallee oromoo oromoo jechuun ha dhabbtuu oromoo ta'uu keetif rabbii kee galatoomfadhu garuu dhaloota wan akkanaa barsisuun maqaa oromoo akka badduu godhudhaa !
Ane tube
Abde show
Jalo juice
Murtee Show 1
Raayyaa Abbaamacca
Rache Tesfaye
Abdi Getachew Abebe
Firo Love
BURKA VINE

Iddoon bareedan kun biyyumaa kenyaa   keessa bakka bareedaa bashaananaf maluu fi qalbi nama boqqonaa gaarii argachisudha...
13/07/2024

Iddoon bareedan kun biyyumaa kenyaa keessa bakka bareedaa bashaananaf maluu fi qalbi nama boqqonaa gaarii argachisudhaa wantii guddan iddoo kana namni akka burka taate ammanun itti ulfaata burqaan biyyaa green bayyee qabdudhaa keessatu jalalee ke walin iddoo kan yeroo dhuftuu bayyee das ja'aa 😊

13/07/2024

Alhamdulillah jedhii yeroo hundaa fayyaa guttuu qabachuu keetif meqaatu hospital keessa ta'ee afaan walalanii maala walalanii biraa ta'aa jiraan ati immoo fayyaa guttuu sif keene akkasumaa walin isa komaata Yaa Rabbi Alhamdulillah yaa mootii addunyaaf akiraa asumaan Nabii kenyaa haa yaadanuu S A W❤️

Alh ammantii muslimaa irraati dhalachu kiyyaf❤️
12/07/2024

Alh ammantii muslimaa irraati dhalachu kiyyaf❤️

✅Kitaabni gurguddaan rabbiin buuse afurii!!!1: Zabuur2: Toowraat 3: Injiil 4: Furqaan✅Ergamaan Rabbii S.A.W ilmaan Dubra...
11/07/2024

✅Kitaabni gurguddaan rabbiin buuse afurii!!!

1: Zabuur
2: Toowraat
3: Injiil
4: Furqaan

✅Ergamaan Rabbii S.A.W ilmaan Dubraa Afur Qaban

1: Zeeynab
2: Ruqayyaa
3: Ummu Kulsuum
4: Faaximaa

✅Baatiin Gurguddoon Kabajamtuu Taate Afuri

1: Zul-Qi’idaa
2: Zul-Hijjaa
3: Muharram
4: Rajab

✅Jannata Keessan Laggeen Afurtu Jira

1: Laga Bishaanii
2: Laga Aannanii
3: Laga Farshoo
4: Laga Deeymaa

✅Waa Afur Milkii Irraahi

1: Fayyaa
2: Nagaya
3: Rizqii
4: Umrii Dheertuu

✅Yaa Rabbii Keenya Jannata Keetiin Nu Badhaasa.

Address

Harar
IMAJE

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Burka start posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Burka start:

Share

Category