28/03/2026
ittis yaadaa waliif qoodaa
Gaaffiiwwan bu'uuraa Fayidaa Hojjettoota Baankii Siinqee Waldaan Hojjettootaa Gaafachaa jiru Siyaasaa godhatanii Siyaasaan Nama Doorsisuun Aad-maleedha.
👉Gochi akkanaa ifa jiru dhoksuuf tarkaanfatamudha.Gaaffiin keenyaa Siyaasa kamiyyuu wajjiin hidhata hin qabu hin qabaatus.
irraa