Muhammad Ahmadnuur Husseen

Muhammad Ahmadnuur Husseen Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Muhammad Ahmadnuur Husseen, Harar.
(2)

السَّــــــــلاَم عَلَيـْـــــــكُم وَرَحْمَـــــــــةُاللّٰهِ وَبَرَكَــــــــــاتُه

𝐒𝐚𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐛𝐢i 🎤 ۩ﷺ۩ ♥️

اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيم إِنَّ

MAQAALEE TORBAN BALBALA AZAABAA••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••Rabbiin Subhaanahuu Wata’aalaa Qur’aanaa isaa k...
29/03/2026

MAQAALEE TORBAN BALBALA AZAABAA
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Rabbiin Subhaanahuu Wata’aalaa Qur’aanaa isaa keesaatti hulaan ykn balballi azaabaa torba akka tahe Nuuf himee jira.

Maqaalee torban balbala azaabaa kana amma dura dhageessee ni beeyta moo: Hayyee yoo hin beeynees barreffama kana dubbisii baradhu.

1: Jahannam
2: Huxamaa
3: Saqar
4: Jahiim
5: Lazaa
6: Sa’iir
7: Haawiyaa

Kunoo maqaaleen balbala azaabaa kanneen armaan olii kana fakkaata.

Yaa Rabbi ibidda azaabaa jalaa najaa nu baasi, Warra balbala tana seenu Rabbiin nun taasisin.

Barreeffama kana dubbisaatii obboleeyyan keessaniifiis share godhaa.

Waan Dubbistaniif Galatoomaa : Jazaakumullaahu Kheeyran

 ★
29/03/2026

👉Du’aa’ii yeroo jireenyi si yaachiftee….👇✍️ Nabiyyiin (s.a.w) jireenya keessatti dhiphinni yeroo itti dhaga’amu akkas je...
28/03/2026

👉Du’aa’ii yeroo jireenyi si yaachiftee….👇
✍️ Nabiyyiin (s.a.w) jireenya keessatti dhiphinni yeroo itti dhaga’amu akkas jedhaa ture:
[ Yaa Hayyu Yaa Qayyuumu, birahmatika astagiis, aslih lii sha’anii kullah, walaa takilnii ilaa nafsii xarfata eyni.]
Hiikkaan:
"Yaa isa Yeroo hundumaa jiraatu, yaa isa ufiin dhaabatee namas dhaabu, Rahmata keetiin birmannaa kee barbaada. Dhimma koo hunda naaf sirreessi, hagga libsuu ijaatiifillee lubbuu tiyyarratti na hin dhiisin yaa Allaha jechuudhaa Rabbiin arjaadha dandetii isatin rahamata nufi hagodhu obbolleyyan Akkiira Amiiiiiiiiiiiiiiiìiiiiiiiiiinjechaa Ergamaa kenyaa Nabii Muhammad irrati Rahmata fi nageenyii oll tahe hajjiratu sallu,All Nabii Ikkwāāñi fiiłłãha jzk Allaha keyeran 🫶🙏

Galaana dilii keeysa seentee liqimfamtuus, osoo lubbuun jirtuu of yaadattee toowbaadhaan galaana dilii San keeysaa bahuuf carraa guddaa qabda.
Rabbiin dilii hunda araaramaadha,
Irra caalaan warra dogoggoranii Warra of yaadatee deebi'uudha nuun ja'an ergamaan keenya (SAW)
Dilii Keeysatti hafuu fi bahuunis filannuma keeti
Dilii keeysatti of hin dagatinan dhaamsa kotti
Rabbiin Warra toowbaa qulqulluun gama isaa deebi'u nuhaa godhu. Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin ☝️ 😭 😭

Today's Best Photos🌹🌴 Ya Rasool Allah ﷺ 🌹 ♥️ 🌹 ♥️ ♥️
28/03/2026

Today's Best Photos🌹🌴
Ya Rasool Allah ﷺ 🌹 ♥️ 🌹 ♥️ ♥️





























Unveiling History: The 4,500-Year-Old Tunic at the Egyptian Museum”😱🥰😊    Treasures
28/03/2026

Unveiling History: The 4,500-Year-Old Tunic at the Egyptian Museum”😱🥰😊
Treasures







Yaa Rabbii keenya Haajaa teenya nuuf baasi.
28/03/2026

Yaa Rabbii keenya Haajaa teenya nuuf baasi.

27/03/2026

YAA RABBI AL-HAMDU LILLAAH

The Quran is not just for Barakah it is for Revolution. Dr. Israr Ahmed (RA)Does our heart tremble when we hear the Word...
27/03/2026

The Quran is not just for Barakah it is for Revolution. Dr. Israr Ahmed (RA)

Does our heart tremble when we hear the Word of Allah? 📖

Dr. Israr Ahmed (RA) spent his entire life reminding us that the Quran wasn't sent just to be kept on the highest shelf or recited at ceremonies. It was sent to govern our lives, our character, and our system.

If we want to change our condition, we must change our relationship with the Book of Allah.
3 Life Changing Lessons from Dr. Israr Ahmed

Faith (Iman) is not just a verbal claim; it is a conviction that dictates your actions.
The Quran is the only "Hablullah" (Rope of Allah) that can unite a broken Ummah.
Success is not measured by wealth, but by how much we surrender to the Will of Allah.
May Allah grant us the tawfeeq to understand the Quran as he did. 🤲

O Allah, forgive Dr. Israr Ahmed and have mercy upon him. Grant him an elevated station in Jannat-ul-Firdaus. Reward him abundantly for every soul that was guided through his lectures and for his tireless service to the Quran. Make his grave a garden from the gardens of Paradise. Ameen.

O Allah, bless the followers of this page with true guidance (Hidayat). Grant them barakah in their homes, sincerity in their hearts, and firmness in their Deen. Protect them from trials, ease their hardships, and gather us all under the shade of Your Throne on the Day of Judgment. Ameen.

Spread the Khair!
Please Like, Share, and Comment "Ameen" to help this message reach more hearts. Let's revive the mission of Dawah together. ☝️

27/03/2026

Rabbi sihaa jaalatu, sirraa haa jaalatu, siin haa jaalatu.

26/03/2026

👉Halkan arraa kan Rakkoo teenyaaf xumuraa, kan
👉Gammachuu teenyaaf jalqabaa haa godhu ilaahiin!

26/03/2026

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muhammad Ahmadnuur Husseen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Muhammad Ahmadnuur Husseen:

Share