Maaruf Yusuf

Maaruf Yusuf Tajaajila naannoo

Irra caalaan Guyyaa Guyyaa Arafaa (Guyyaa Boruuti) Kanaafuu soomana, Salaata, Qur'aana, Zikrii fi Du'aaiin haa dabarsinu...
04/06/2025

Irra caalaan Guyyaa Guyyaa Arafaa (Guyyaa Boruuti)
Kanaafuu soomana, Salaata, Qur'aana, Zikrii fi Du'aaiin haa dabarsinu.
Share waliif godhaa ...

10/11/2024

FAAYDAA SHUNKURTII DIIMAA
1). Kaansari Nurraa Ittisuuf
2). Dhiiga qulqulleessuuf
3).Cooma Balleessuuf
4). Dhibee Alargiitif
5). Hoo'a Qaamaa sirreessuuf
6). Fayyummaa onneetif
7). Dhiibbaa dhiigaatiif
8). Fayyummmaa Lafeetiif
9). Fedhii walqunnamtii saalaa dabaluf
10). Ilkaan akka hin shamneef
11). Dhukkubbii gurraatiiif
12). Furdina qaamaa sirreessuuf
14). Nyaatni akka daakamuuf
15). Dhibee Asmiitiif
16). Garaacha madaa'eef
17). Dhibee Sukkaaraatiif
18). Dhibee Utaallootiif
19). Fayyummaa Sammuu Dabaluuf
20). Hir'ina Dhiigaatiif
21). Bareeduma Gogaatiif
22). Hirriba gaarii akka rafnuuf
23). Itita dhiigaa nurraa ittisuuf
24). Vaayitamin C kan badhaadhe
25). Dhukkuba koleeraaf
26). Guddina Rifeensaatiif
https://www.facebook.com/Mahmudkedi

Fakkeenyummaa Gita hin qabne Abbaan Qabeenya Yadataa Juneeyidii  Obboleessa keenya Hiriyaa keenya Gameessa Namaa Jaal Ke...
25/07/2024

Fakkeenyummaa Gita hin qabne Abbaan Qabeenya Yadataa Juneeyidii Obboleessa keenya Hiriyaa keenya Gameessa Namaa Jaal Kedir Mertutif ilkaan Gatiin isaa Ol Aanaa Turkitti Dhaabef

Wallaahi Gammachuun Kana Caale jira Yaa Rabbii Warri Akkas Wal Hubatu Nuuf Baayyisi Qabeenya Qabeenya Caalu itti Nuuf dhangalaasi

25/07/2024

Harka fuune!
Mammaaksi har'aa ''Nan bara jettee hindaaqqoon harree dhiitte,'' jedha. 😆
Nama kofalsiisaami? Mee kabiraallee ergaa.
Lafa nagaa oolaa!

20/07/2024

Nabi Muhammed S.A.W Akkana Jedhan:

“Haati manaa Rabbiin sodaattu dhimma amantii fi biyya lafaa irratti si gargaartu, qabeenya hundumaa irra caalti.”

05/11/2023

Abbaa Fi Haati Ija Hin Qaban 😭
Garuu Ilmoo 7 qaban wly haala hamaa keessa jiraachaa jiran😮‍💨
Waan garaa nama nyaatu!!
Haala isaan keessa jiran
dhaan qabadheen Dhufaa jira.
Gargaarsa keessan barbaadan Oromoo🙏
Account Coment jala jirti👇

Qoricha dhukkuba ilkaanii1_ Daakuu Qurunfulii fi Qarafaa  Bishaan ho'ina Qabu walitti makame Afaan keessatti Daqiiqaa 5 ...
31/10/2023

Qoricha dhukkuba ilkaanii

1_ Daakuu Qurunfulii fi Qarafaa Bishaan ho'ina Qabu walitti makame Afaan keessatti Daqiiqaa 5 Tursiifama Guyyaatti yeroo 2 Kunis Dhukkubbii ilkaanii Daqiiqaa tokko gidduutti Sirraa Dhaaba Akka dhukkubni kun Lammaffaa sitti hin deebineef Turban tokko itti fayyadamii Dawaan kun Qoratamee mirkanaa'eera
1_ Qullubbii Bakka Dhukkubbiin ilkaanii sitti dhaga'amurraa Kaa'ii garuu qorichi kun yeroo muraasa qofa Sirraa Dhaaba malee Guutummaan sirra hin balleessuu kan lakkoofsa 1 Cimaadha
3_ jinjibila Akka Shaayiitti Danfee Afaan keessatti Daqiiqaa Muraasa Tursiifama Kunis Alaarjika ilkaanii fi Baakteeriyaawwan Naannoo ilkanni jiranu balleessa Qoratamee mirkanaa'eera

Dhukkubni ilkanii gosa Hedduu Qaba Ani Dawaa Dhukkubootaa Afaan Arabaatiinan baradhee Rakkoon jiru Maqaa Qoricha Afaan Oromootti hiikuudha inshaallaa isas Qorataan jiraa

28/10/2023
Oduu Gammachiisaa!Abbaan qabeenya Vision Entertainment Birra Gemedi dubartii dandeeytii aartii muuziqaa osoo qabduu carr...
23/10/2023

Oduu Gammachiisaa!
Abbaan qabeenya Vision Entertainment Birra Gemedi dubartii dandeeytii aartii muuziqaa osoo qabduu carraa miidiyaa dhabuun karaa irratti hafte namni fedhiin walaloo kennuuf argamnaan sirba tokko akka hojjattuuf vedio bilisaan nan hojjedhaaf jedhee waadaa seenee jira. Ani immoo ganama kana Fariidaa Abdii bilbiila ishee argadhee dubbiseen jira. Mixiin wal gargaartee arba hiiti akkuma jedhan namoonni gargaaruu barbaaddaan lakkoofsa bilbiila 0952746464 kanaan qunnamaa gargaaraa! ❤️
godhaa!

Address

Fadis
Harar

Telephone

+251934033831

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maaruf Yusuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share