Gujii revolution Media

Gujii revolution Media Gujjii revolution

Kuusa Galmee Jechoota Gujii(Loqoda Gujii)Sibuu=bunaBaasa=maadee,kanciraBeesee=maallaqaBoojjii=qorraDhara=sobaKoolatti hi...
15/11/2025

Kuusa Galmee Jechoota Gujii(Loqoda Gujii)

Sibuu=buna
Baasa=maadee,kancira
Beesee=maallaqa
Boojjii=qorra
Dhara=soba

Koolatti hin finca'u=yaraa
Booqaa hokkole=waan hin hafne
Raacha haroo dhaye=cadheessa
Shama shoggeeti=womaa ykn duwwaa
Cuqqii=cadheessa
Marroo=dabaree
Nyaapha= diina

Bagoo=sissinnii
Meessaa=daangaa
Dimma=dukkana
Xo'oo godhe=dhaddhaye,leesse,hobbaase ykn fixe,xumure
Mijuu= xuxxuphee,guutuu

Loollisuu=dhokaatanii ilaaluu
Busheeshuu=akkeessuu
Saaduu= jajuu
Baallii=angoo
Kasoo=sallaa,salphaa
Daadimate=kadhate
Doode= guyyaa keessaan ifi wollaale
Diida=ala

Tirate=laana ykn suuta deeme
Balchaa= qulqulluu,garlaafessa
Hogaa= tasgaba'uu dhabuu
Ra'eettii=hogaa,jeequmsa
Xuuphaye=muddame
Muddame=jarjare
Ko'uu =rakkoo
Halchaa = dharraa,hawwii ykn fedha

Diidessee=ifa baase
Taqee=siree
Diinqa=kolloo,kutaa mana jireenya
Uduuda=hunna,irree 💪
Heda=yaada ykn tilmaama
Murgoo=qoosaa
Qeqeffachuu=taphaaf kollaan yeroo dabarsuu
Hodhicha=karaa,daandii
Quuqaa=haaluu

Yabaabulaa=kashilabbee
Imimmoolaa = malaan,Qarummaan ka waan nama fedhu.
Muummeesse=hoobbaase,xumure ykn gudunfe
Lumma=qaacira ykn morma karaa duubaatiin

Fagoo=Halaala
Ardaa=Qe'ee
Haxxiyyaa=Qaroo,beekaa
Bushaaye=yoo daa'mni Du'e,boqate
Gorora Liqimse yoo jaarsi du'e (Boqate)

"Galmee Jechoota Gujii Baayyinni akka Maansaa lagaat Guurame Hin Dhumu" .

Address

Ethiopian
Hagere Mariam

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gujii revolution Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share