09/08/2026
π€π SIYAASA NAN JIBBA β SABABA QABA
Ani siyaasaa nan jibbaβ¦
Sababni isaa siyaasni hundi uummataaf miti.
Tokko tokko barbaada; uummata immoo godhata.
Namni tokko maqaa sabaatiin dubbata,
garuu faayidaa ofii isaa qofa hordofa.
Namni tokko β jedhu,
garuu uummata qoqqooda.
Namni tokko β jedhu,
garuu yeroo aangoo argatu haqicha dagata.
Kanaafβ¦
Ani nama hin jibbu;
fi nan jibba.
Garee hin jibbu;
garee maqaa godhatee uummata walitti buusu nan jibba.
hin sodaadhu;
siyaasa dhugaa dhoksu nan morma. #
π€ Namni na hubatu haa hubatuβ¦
siyaasaa irraa fagoo taβuu dandaβa;
garuu dhugaa irraa gonkumaa hin fagaatu.
π₯ Aangoon yeroo qaba.
Maqaan yeroo qaba.
Garuu dhugaan⦠yeroo hin dhabu.
γ