Qaroo Promotion

Directions

Qaroo Promotion Dhimma hojii fi Promotian dhaaf
Yoo na barbaaddan karaa Inbox ☎️☎️
Qaroo promotion filannoo keessan waan godhataniif ulfaadha ❣️

Milkoofneerra!! 💪🏆
02/08/2026

Milkoofneerra!! 💪🏆

  hawwaYaa_Rabbi_Milkeessi 🙏
02/08/2026

hawwa
Yaa_Rabbi_Milkeessi 🙏

Gimbii
29/07/2026

Gimbii

Kilabiin Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Gimbii tapha Nuusa xumuraa Shaampiyoonaa Kilaboota Itiyoophiyaan 1-0 Qaanyaa injifachuun tapha walakkaa xumuraaf darbe .

Ashamaa harka fuune; akkam jirtu kabajamoo uummatakoo? Nagaan kiyya kabajaafi jaalalaaa bakka jirtanitti isin haaga’u je...
25/07/2026

Ashamaa harka fuune; akkam jirtu kabajamoo uummatakoo? Nagaan kiyya kabajaafi jaalalaaa bakka jirtanitti isin haaga’u jechaa, akkuma beekamu, yeroo garaagaraa miidiyaalee adda addaa irratti sagantaalee bohaarsaa barsiisan dhiyeessee isin bashannansiisaa turuunkoo ni yaadatama.

Haata’utii, sababa garaagaraatiin, hojiilee miidiyaa addaan kutee qilleensarraa bu’een ture. Toora kana’rraa baduunkoo isin yaachisee, na iyyaafachaa turuu keessanillee quban qaba. Egaa anis badee hin hafne, xiyyeeffannoo guutuufi bifa addaan deebi’ee dhufeen jira. 👇

Hiriyootakoo muraasa waliin ta’uun, miidiyaa sadarkaa isaa eeggate, qabiyyee fi bifa hawwataa ta’een MIIDIYAA FUGUG hundeessuun, guyyaa gaafa Hagayya 10, 2018 Eebba istiidiyoof qophii hunda xumureen jira. Kanaafis, waan dandeessan maraan akka na waliin dhaabbattan isinitti dhaammachaa, saaqiinsa istiidiyoof eebba miidiyaa fugug sagantaa guddaan guyyaa olitti ibsame RIIZOORTII NOORAA’tti qophaa’ee waan jiruuf, hawaasnikoo bal’aan, xiqqaa-guddaa, beekaa-wallaalaa osoo hin jenne hunduu irratti argamtanii waliin bashannanaa, sirna saaqiinsa MIIDIYAA FUGUG akka geggeessinu kabaja guddaanan isin afeera. Koottaa shaa-shambaa ja’aa; Ulfaadhaa!

Ahmad

Qaroo
16/07/2026

Qaroo

13/07/2026


05/07/2026

🏆 WAANCAAN BARA KANAA EENYUUF TA'A? 🏆
⚽️ Waldorgommiin Kubbaa Miillaa 'Mo'aa Mo'attootaa' (Champion of Champions) Bulchiinsa Magaalotaa fi Gareewwanii guyyoota 8f haala ho'aan geggeeffamaa ture, har'a dorgommii xumuraatiin ifatti ni goolabama! 🔥
💥 Taphni Xumuraa (Final):
🟢 Aayira 🆚 Magaalaa Inaangoo 🔵
Hundi keessan qaamaan argamtanii tapha ajaa'ibsiisaa kana akka daawwattaniif kabajaan afeeramtaniittu! 🤝
📍 Iddoo: Dirree Magaalaa Gimbii 🏟
⏰ Yeroo: Har'a waree booda, Sa'aa 8:00 irraa eegalee ⏱
👇 Mee Tilmaamaa! 🤔
Eenyuutu 'Abbaa Geebaa' (Waancaa) bara kanaa ta'a jettanii eegdu?
Aayira moo Magaalaa Inaangoo? Tilmaama keessan 'Comment' jalatti nuuf barreessaa! ✍️👇
✨ Oolmaa Gaarii fi Ispoortii
Gaarii! Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii G W Lixaa

Address

Gimbi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qaroo Promotion posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category