03/08/2026
Dr. Abdurazek Dental Clinic
Oduu Gammachiisaa Hawaasa G/H/Lixaaa Hundaaf
Dubbisi👇
Godhi Hawaasa Kheenya Fayyada Waan Taheef.
Akkuma Beekkamu Kilinikni Ilkee Dr.Abdurazzaaq Kan Magaalaa Cirotti Argamu Hawaasa Godina Keenyaa Kan Kaabaa, Kan Kibbaa Hunda Tajaajila Amanamaa Fii Yeroo Isaa Eeggate Kennaa Turuun Kheenya Ni Yaadatama.
Yeroo Ammaatis Tajaajiloota Kheenya Kan Duraanii Caalaa Si'ataa fi Haqa Qabeessa Kan Namni Hundi Irraa Gammadu Gochuuf Ogeessa Ogummaa Ammayyaa Yeroo Ammaa Goonfate Kan Hawaasa Isaa Tajaajiluuf Qophaahe Dr. Fahmi Jemal Umare Ogeessota Kilinika Kheenyaa Khan Jiranitti Daballeet Jirra. Khanaaf Khoottaa Nu Biratti Tajaajilama Isiniin Jenna.
Tajaajiloonni khennaman.
1. Ilkaan dhaabuu
2. Ilkaan dhiquu
3. Ilkaan jajallate bireesidhaan sirreessuu
4. Ilkaan buqqisuu
5. Yaala hidda ilkaanii
6. Yaala baqaqsanii yaaluu isa xiqqaa.
7. Foolii afaanii badaa balleessuu.
8. (Dental X-Ray) Raajii khaasuu.
9. Ilkee sababa garagaraatin midhamte wal’aanuu. Teesson magaalaa ciroo buufata konkolaataa fuuldura gamoo baankiii daashin darbii lammaffaa irratti argamna.
Lakkoofsa bilbilaa. 0913394112/ 0901666682
Kilinika Ilkee Dr.Abdurazzaaq
©Copyright: Dr. Abdurezek Dental Clinic