Famii page

Famii page jalaalaf malee hin qabu jibba ilmi jarsoo

28/03/2025

Alahamdulillah yaa rabbi asgeenye

16/03/2025
Eid mubarak all Muslim
16/06/2024

Eid mubarak all Muslim

02/04/2024

Wanti salphaan nama hin maraachitu πŸ™„

Muummichi Ministeeraa guyyaa tokko Mana yaalaa dhukkubsattoota sammuu (Amaanu'eel) daawwachuuf dhaqee, osuma deddeemuu maraataa tokko arge. Itti siqee "maali rakkoon kee kan akka maraattu si goote?" Jedhee gaafate.

Maraataanis deebisuufii jalqabe "yaa gooftaa kiyya ! balaa kana hunda kan natti buuse, niitii abaaramtuu tokko fuudhuu kiyya. Rabbi na kaaseetiin dubartii intala bareedduu qabdu tokko fuudhe. Intala bareedduu saniif abbaa biddeenaatin ta'e jechuudha.

Guyyaa tokko Abbaan kiyya akkuma na laaluuf dhufeen, intala sana jaalatee fuudhe. Kanaafuu intalti an abbaa biddeenaa ta'uuf, deebitee haadha biddeenaa naaf taate jechuudha.

Xiqqoo booda haati manaa kiyya ilma dhiiraa naaf deesse. Ilmi kiyya kun haadha biddeenaa kiyyaaf obboleessa waan ta'eef, abbaa kiyyaaf immoo soddaa ta'e, sababni isaa abbaan kiyya intalan ani abbaa biddeenaa ta'uuf fuudhe waan ta'eef.

Akkuman siif himetti gaafa Abbaan kiyya intala ani Abbaa biddeenaa ta'uuf fuudhu san, ishiin jalqaba haadha biddeenaa naaf taate. Boodarra immoo ilmi kiyya obboleessa haadha biddeenaa waan ta'eef, Eessuma naaf tahe.

Haati manaa kiyya immoo harmee haadha biddeenaa kiyyaa waan taateef, Akkoo kiyya taate jechuudha.

Haadha biddeenaa kiyyaaf, Abbaa biddeenaa ta'uu kiyya hin irraanfatin. Jaartii kiyyaaf immoo ilma intalaa ta'uu kiyyaas quba qabaadhu.

Kana hunda caalaa garuu kan na ajaa'ibe, akkoo biddeenaa kiyya fuudhuu, jaartii kiyyaaf ilma intala ishii ta'uu fi jaarsa ishii ta'uu qofa osoo hin taane, ofuma kiyyaafuu Akaakoo ta'uu kiyya.

Wanni na maraachee gara Amanu'eel na fides kanuma" je'een. οΏ½ kana dubbistanii yoo maraattan Mooji.
Yoo isinitti tole hiriyoota keessaniif share godhaa πŸ€Έβ€β™‚οΈπŸ€Έβ€β™€οΈ

EID MUBARAK all Muslim
28/06/2023

EID MUBARAK all Muslim

I have reached 500 followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. πŸ™πŸ€—πŸŽ‰
24/06/2023

I have reached 500 followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. πŸ™πŸ€—πŸŽ‰

Baga guyya eida geysan
21/04/2023

Baga guyya eida geysan

31/03/2023

Your opinions are valuable. Now get paid to share them with the Google Opinion Rewards app.

28/03/2023

Alahamdulillah rabbil alamiin

Address

Dire Dawa
Dire Dawa

Telephone

+251931084513

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Famii page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share