18/06/2025
Ijjii nama mallattoo gara garaa qabdii waaniin barreessuu deemu keessa if barbaada.
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
1,lubbuun si ciinqatuu
2,sababa malee onnee si dhawatuu
3,waa shakku baayisuu
4,bakka hojjii dhaquu jibbu
5,hojjii keessattii kasaara baayyatu
6,sababa tokko malee qabeenyii faca'u
7,mana keessatti jeequmsi baayatu
8,sababa takka malee dadhabu(hifatu)
9,ganama hirriiba keessaa ka,u dadhabu
10,sababa male mudhiifi duuddii dhukubu
11,mataan amma si dhukubee sirra badu
12,sababa malee sammun si dhukkubu
13,sababa malee gadduu
14,hirriiba xiqaachu
15,hirriiba baayachu
16,nama irra qobaa filatuu
17,irraanfii ykn waa dagachu bayyatu
Odeeffannoo dabalataaf
Teessoon Keenya Magalaa Dirre dawa
Sabiyan Buufata Fayyaa Sabattanya Biratti Argamna
Lakk 0942431127