Hamdi Abduljebar

Hamdi Abduljebar أحب� الصالحين ولست منهم �

28/11/2025
26/11/2025

Guutuu isaa link gadii kana tuquun seenaa dhageefadha insha Allaah arra sa'aa gad dhiifama subscribe godhun na jajjabeessaa glt.

https://www.youtube.com/-j2

19/11/2025

طويل الشوق يبقى في اغتراب ❤️

As wr wb nashiidaan tun nashiidaa amata torba (7) dura sahibban kiyya waliin dalayne hoggaa tahu amma haarayaan isiniif ...
11/11/2025

As wr wb nashiidaan tun nashiidaa amata torba (7) dura sahibban kiyya waliin dalayne hoggaa tahu amma haarayaan isiniif gad dhiisne nashiidaalee jalqaba nuti yeroo nashiidaa eegallu dalayne jechuudha dhugaa himuuf nashiidaaleen tun tan hunda caalaa itti laffaane fii itti cinqanne me namayutu seenaatii daawwadhaa channel Hamdi Abduljabar asumaanu subscribe godhuun na jajjabeessaa anis dhiheenyatti dalagaa harayaani dhufaa jira glt.

Enjoy the videos and music that you love, upload original content and share it all with friends, family and the world on YouTube.

07/11/2025

Dirreen seenaanis seeraanis tan oromooti

07/11/2025

Nashiidaa aruuzaa akkanaa warreen barbaaddan keessan na dubbisaa
Ykn ; 0901337250

06/11/2025

nashiidaa aruuzaa akkanaa warreen barbaaddan keessan na dubbisaa
ykn ; 0901337250

As wr wb insha Allah waan haarayaan dhufaa jirraa qalbii as deebisaatii nu eegaa.
30/10/2025

As wr wb insha Allah waan haarayaan dhufaa jirraa qalbii as deebisaatii nu eegaa.

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hamdi Abduljebar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share