Imaad Aliyi official

Imaad Aliyi official Islaamummaan Wiliidha Roga hundaan Dagaaguuf Teessi.

02/06/2022

Rasuula Aalamaa ﷺ
Ergamaa Faarfaamaa
Siin Dukkanaa Baanee
Cuftii Ilmii Namaa
ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
Salawaatu Rabbii wasalaamu Aleeyhi

25/05/2022

Fuudhaafi heeruma daqiiqa 3 ture beektuu?!

Ila akkana...
• Jarri lameenuu erga waliif galanii booda mana qaadii shari'aa dhaquun sirna nikahaa raawwan. Booda yeroo xummuratanii mana sanaa gadi bayan; intalli tasuma hulaa mana qaadii shari'aa irratti gufattee lafa gahuuf kaate,jaarsi ammoo hangasumatti dallanee:" ballittii ijaan lafa hin argituu dura ?!! " jedheen! Isiin achumaan gara qaadii ol deebitee;" Oluu hin seennee,gaduu hin teenyee,kun kan ammaan arrabaan lafaa na fuudhe,boruuf naaf hin tahuu,ani Mahrii isaa nan deebisaafii nikaha isaa narraa buusi " jetteen! Achumaan adda bayan!
Daqiiqaa sadi qofa ture!

Kanaan maal jettu ?! Maal irraa barattu?!

Mee share like godhaa khaa sah

24/05/2022

Maqaa Ajaa'ibaa

Address

Dire Dawa
DIRE

Telephone

+251929004467

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Imaad Aliyi official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Imaad Aliyi official:

Share