MUE MAX

MUE MAX � Baga nagaan karaa toora page MAX dhuftan.
(3)

🌍 Tuurizimii | 🏛️ Seenaa | 🎭 Aadaa
Seenaa dhugaa, aadaa fi iddoolee hawwata Turiziimi biyya keenyaa qorachuun isiniif dhiyeessa 🎬
"foon Kiyya"
Imala beekumsaa waliin haa jalqabnu”👇
https://www.youtube.com/ Follow gochuun maati MAX FAMILY tahuun maxxansaale keenya kan gara gara irra fayyadamaa isiniin janna�GALATOOMA

14/08/2026

Waan fadhe tahuus, nu waliif Gaachana!
Abbaan sirba kana eenyu?

14/08/2026

Anis Biyyaan qaba!
OROMIYAA 🖤❤️🤍

Oromiyaa fi Oromticha 🖤❤️🤍Yeroo dhihootti suur-sagalee (viidiyoo) bareedaa, ijaaf daawaa ta’e, miidhagina lafa Oromiyaa ...
14/08/2026

Oromiyaa fi Oromticha 🖤❤️🤍
Yeroo dhihootti suur-sagalee (viidiyoo) bareedaa, ijaaf daawaa ta’e, miidhagina lafa Oromiyaa yaadan isin daawachiisuun dhufaa jira.

Foon kiyya Fayyaa dayaa, fayyaa tahaa.
Link comment irra jiruun YouTube keessaan subscribe godhuun nu eega!

📷 RIO

13/08/2026

Qe'ee Teenya Balloo 🤍

13/08/2026

Maali bareenni akkanna🤍🥰
Arsii jirra.❤️

ARSII LIXAA JIRRA! 🏔️Imala keenya daawannaa hawwata turizimii fi barnoota lafa Oromiyaa marsaa kanaatiin, amma Godina Ar...
13/08/2026

ARSII LIXAA JIRRA! 🏔️

Imala keenya daawannaa hawwata turizimii fi barnoota lafa Oromiyaa marsaa kanaatiin, amma Godina Arsii Lixaa keessa jirra. 🌳📚
bakka addaa, hawwata uumamaa, iddoowwan seenaa fi aadaa akkasumas wantoota daawwatamu daawannee isin biran geenya.

📍 Bakka isin daawwachuu qabna jettanii yaaddan naaf barreessaa!

Waliin, Imallee Oromiyaa baranne, daawanne, beeksifna! ❤️🌿

Haa galtuufi jedhanii dubbii hin gangalchanii.Foon kiyya, toltuu waliif dhaama🤍
12/08/2026

Haa galtuufi jedhanii dubbii hin gangalchanii.
Foon kiyya, toltuu waliif dhaama🤍

Ee ni argattu!
12/08/2026

Ee ni argattu!

🤝🤍
12/08/2026

🤝🤍

12/08/2026

Mataa na dhukkubaa si naaf heesabanii 🤍

Address

Ethiopia
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when MUE MAX posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share