Kadir martuu

Kadir martuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kadir martuu, Arts and entertainment, East, Dire Dawa.

Eee bada oromiyaa
02/01/2023

Eee bada oromiyaa

Shammarran harargee qalloo Akka mudhii sonsaa  Heeduudha isiniin bonnaa
22/11/2022

Shammarran harargee qalloo
Akka mudhii sonsaa
Heeduudha isiniin bonnaa

Hayyuu keenya jannatan Rabbiin ha qananiisuyaa rabbii garaa hin jabbanneJannata kee kanniif
08/11/2022

Hayyuu keenya jannatan
Rabbiin ha qananiisu
yaa rabbii garaa hin jabbanne
Jannata kee kanniif

27/10/2022
07/10/2022

Guyyaa gaarii qabaadhaa!

Ani Namaa Nin dadhabaaObsiinis dangaaQabaa
30/09/2022

Ani
Namaa
Nin dadhabaa
Obsiinis dangaa
Qabaa

02/04/2022

Ramadaan mubaark

☪Amanti Islaamaa.Amantii islaamaa rabbi Nuu filaateJechasaa qaalii qur'aanaan DubbateFaaya qalbii Namaa kan Isa qabateeA...
15/03/2022

☪Amanti Islaamaa.

Amantii islaamaa rabbi Nuu filaate
Jechasaa qaalii qur'aanaan Dubbate
Faaya qalbii Namaa kan Isa qabatee
Amantii jaalalaaf Nageenyaan badhatee Mirga dhiiraaf dhalaa Kan wal-qixa laatee

Jecha Islaam je'u moggaasa maqaa saa Afaan oromootiin Nageenya hiikkaansaa Muslimtoota jechuun
hordoftoota isaa Kan jala butaman Guutu ajajasaa Heerri ittiin bulan Qur'aanaaf hadiisaa Rabbiin nuun haafedhu Qaceelumminasaa

Amantaan islaamaa Seera guutu qaba
Wanni irraa hafte Hin jiru hunda...
If keessaa qabaa Kan yakka dalages
Murtiinsaa Adabaa Kan gaarii hojjateef
Ni kenna sawaaba Murteesaan qajeelaa Kan hin qabne daddabaa Qajeeltu "jannataa" Kan dides Azaabaa

Amantiin ni eega Mirga walqixxummaa
Gocha duraan ture Gaafa jaahilummaa
Dubarri dhalannaan Fayyaatu Awwaalamaa Maa dabarri dhalatee dhaaf Kaan uleen dhaanama...

Al-hamdulillaahi Amantii Islaamaa kan dhufee nuu labse mirga wal-qixxummaa.

Address

East
Dire Dawa
KEEP

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kadir martuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share