Garee Tiyaatira Dungoo Bilisummaa

Garee Tiyaatira Dungoo Bilisummaa Gareen tiyaatira duungoo bilisummaa hojiilee aartii kanneen akka tiyaatiraa, taatummaa, barreessuu f

Bishooftuurraa Hanga Faransaayi Nama mul'atasaaf ifaajee, karra milkaa'inaarra imalaa jiru; ogeessa ogummaa jaallatee, o...
14/08/2025

Bishooftuurraa Hanga Faransaayi

Nama mul'atasaaf ifaajee, karra milkaa'inaarra imalaa jiru; ogeessa ogummaa jaallatee, ogummaaf jiraate Fiqaaduu Daadhii(Rabbirraa)

Dungoorraa hanga Soolanee, Nama of dhoksee hojiisaatiin laboobee mul'achaa jiru, jabaafi qaroo jaarraa kanaati.

Bishooftuu keessatti, yeroo ulfaattuu keessa yaada soneessee, qaruuxeewwan danuu qajeelchee, xurree saaqee, har'a magaalittiin dambalii Aartiitiin wajagdee, Ayyaana Aartiitiin ulamtee urgaa'aa jirti.

Hojiiwwan inni qajeelche keessaa tokko Fiilmii Soolanee ture. Fiilmiin waggaa tokko dura biyya keessatti haala ho'aadhaan eebbifame kun; baatii 2 dura Charlottee International Black Film Festival irratti, Fiilmii filatamaa ta'ee badhaafamee ajab jechisiisee ture.

Kunoo kaleessammoo Biyya Faransaayi, Cannes Rivera tti, Waltajjii badhaasaa " Africa USA International Film Festival" irratti Fiilmiidhuma Soolaneedhaan, Daayireektara filatamaa(Best Director 2025) jedhamee ragga'eeraaf. Ragaan ba'ameeraaf.

Kun Aartii Oromoodhaaf injifannoofi galtee guddaadha.

Jabaa kana jabeeffatanii, hojiiwwan itti aananiif si'eessuun dirqama dhaloota keenyaati mitiiree?
Fekadu Dadi milkiin kun dachaa siif haa marmaartu! Sichittis milkiirratti milkiin fulla'i!

26/07/2025
DUNGOO Wiirtuun ogummaa, kan ogeessota Aartii danuu oomishuudhaan, Aartii Oromoo keessatti qooda guddaa bahachaa jiru Du...
03/03/2025

DUNGOO

Wiirtuun ogummaa, kan ogeessota Aartii danuu oomishuudhaan, Aartii Oromoo keessatti qooda guddaa bahachaa jiru Dungoon, leenjii Marsaa 6ffaatiif Galmee eegaleera.

Namootni fedhii Aartii osoo qabdanii, bakka itti leenjitanii ogummaa kana gonfattan dhabdan kun isiniif aaga guddaadha mitiiree?

Iddoon: Magaalaa Bishooftuu, Gamoo Hiwoot.
Bilbila. 0975124173
0932304045

06/07/2024

Soolanee
6/11/2016 Hoteela internashinaalii Ililliitti
Sa'aatii 8:00

13/03/2024

Woow!!!

Kiyyoo Dirama
07/12/2023

Kiyyoo Dirama

Ganeme 28/12/2015 Bishoftu hiwot cenima
02/09/2023

Ganeme 28/12/2015 Bishoftu hiwot cenima

Address

BISHOFTU
Debre Zeyit

Telephone

+251910278143

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garee Tiyaatira Dungoo Bilisummaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Garee Tiyaatira Dungoo Bilisummaa:

Share