Ahmadin abrahim.da,awaa

Ahmadin abrahim.da,awaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ahmadin abrahim.da,awaa, Art, Boreda.

26/04/2020
Kiristaanoonni itti yaadaa iyyasuus hin fannifamnees hin duunees yoo kun ta,eera jechuun mormitan guyyaan kabaja ayyaana...
20/04/2020

Kiristaanoonni itti yaadaa iyyasuus hin fannifamnees hin duunees yoo kun ta,eera jechuun mormitan guyyaan kabaja ayyaana masqalaa guyyaan jimaataa guyyaa inni awwaalame yoo ta,e guyyaan inni kaafame ammoo sanbata ganama yoo ta,ee guyyaa meeqaafii halkan meeqa garaa dachii ( lafaa) keessa ture ..... Nuti akka xinxalletti guyyaa 1 fi halkaan 2: naaf deebisaa guyyaan 3 fi halkan 3 kan jettan eessa dhufe

13/04/2020

rabbiin bifa fi gosa wanni garaa gara godheef waliin akka dhaadannuuf miti akka wal barruuf male!!!

Bakka dhiirti jirtutti dhiirummaan hin jirtu ja,anii koronaan dhiiroolee adunyaa cal godhee yaa rabbii falli maaluma akk...
06/04/2020

Bakka dhiirti jirtutti dhiirummaan hin jirtu ja,anii koronaan dhiiroolee adunyaa cal godhee yaa rabbii falli maaluma akkaan an yaadutti falling qur,aana rabbii qofa

Address

Boreda

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmadin abrahim.da,awaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category