Osamaa Teha

Osamaa Teha Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Osamaa Teha, Art, Aweday.

  😜😜         'áà....VIP😍😍
24/02/2022

😜😜
'áà....VIP😍😍

29/12/2021
22/12/2021

SABBARI RABBIIN SABRII GAARII SIIF HAA
KENNUU
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Sabbarii jechuun hugga musiiban nama buute
namni namarra du'e Sabbaruu qofaa miti .
Sabbrii jechuun huggaa jiruun waan ati hin yaadin
si garsiiste sabbaruu dha
Hugga duyyda si garsistee
Cinqin siiti heddummate
Qabeenya dhabdee
Ilmoo dhabdee
liqiin sitti heddummaate
Dalagaa dhabdee
Hulaan hundi sitti cufamtee
Nama duraan sin marse sahibbanii firaa ollaa if
biraa dhabde
Sa'aa san sabbaruu qabda
Hugga Da'awan godha jattee khaate Ifiifu waan
bekhu dawaa nu godha sin ja'an
Takka ammuma qaceele nama qaceelchu
eegalee sin ja'an
Takkahu yoo dhalaa taate dhalaan yoomi as waa
beeyti sin ja'an jecha Rabbin ergamaa isaatin
suurt Al hijiritti ja'een yaadadhu
ﻭَﻟَﻘَﺪْ ﻧَﻌْﻠَﻢُ ﺃَﻧَّﻚَ ﻳَﻀِﻴﻖُ ﺻَﺪْﺭُﻙَ ﺑِﻤَﺎ ﻳَﻘُﻮﻟُﻮﻥَ * ﻓَﺴَﺒِّﺢْ ﺑِﺤَﻤْﺪِ ﺭَﺑِّﻚَ ﻭَﻛُﻦ ﻣِّﻦَ
ﺍﻟﺴَّﺎﺟِﺪِﻳﻦَ

Hugga nama tokko jaalatte nama khana wajjin
jiruu tiyya eegala jatte eegasi nama ati yaadu hin
tahin takka fuula jijirate .

Hugga ati qofti Rabbin si qaceelchee warra mana
kheeti dabsee Anbiyaa Rabbi yaadadhu
Nabiyyullah Nuuhii fi luux

Hugga Saahbni khee si khadda'ee Amaana tee
khaade

Hugga ifirraa waan hamillte dhabde, waan guddo
yaadde nafseen tee gadiin siin deemtu

Sabbarii Akkam sabbaruu qabdaa ni beeytaa?
ﻓَﺎﺻْﺒِﺮْ ﺻَﺒْﺮًﺍ ﺟَﻤِﻴﻼ
Sabbaran jamiil jechuun Sabrii himanno hin
qabne ,Deemtee bar duniyaan akkana na goote
Abaluun Akkana na godhe yoo jatte Sabbrii hin
ja'amu
Ammalle wanni sabbaruu qabduuf , waan nama
gammachiisu takka jira
Ergamaan Rabbi (S.A.W) Akkana ja'an qoreen
takka yoo si dirtee ajrii itti arkatta, wanni si
qunnamu kheeyrii siif qabaa Rabbin (S.W)
Haadharra Rahmata namaaf godha qixaaxuf sin
fattanu si Imaana khee laaluufi Obbsa khee
laalufi hangam takka isaati irkatta laalufi hangam
takka zanni isa toltaa laalufi , Wanni hundi hugga
duraa sharri
fakkatti yoo obbsaan malee mi'aa isii hin arkan
Abshir Ja'ii guyya tokko aduun tee ni baati Rabbi
irkadhu

😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍Namni SALAATA tolfate gammachuu ganda lameenii ni dhuunfata!Salaatni burqaa gammachuu fi karaa gargaarsi Rab...
17/12/2021

😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Namni SALAATA tolfate gammachuu ganda lameenii ni dhuunfata!

Salaatni burqaa gammachuu fi karaa gargaarsi Rabbii ittiin namaa dhufu. Salaatni jabeenya namaa kenna. Namni salaata yoo dhiise jabeenya dhaba. Amala mu’imintoota keessa tokko salaata sirnaa fi osoo addaan hin kutin salaatu; yeroo fi danbii isaa eegani salaatu. Warroonni kunniin warroota milkaa’aniidha.
Rabbiin akkana isaaniin jedha:
قَدْ أَفْلَحَ الْمُؤْمِنُونَ ۝ الَّذِينَ هُمْ فِي صَلَاتِهِمْ خَاشِعُونَ

“Dhugumatti mu’umintoonni milkaa’an. Isaan warra salaata isaanii keessatti kushu’a qabaniidha.” (Suuraa Al-Mu’uminuun 23:1-270:23)

الَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ دَائِمُونَ
“Isaan salaata isaani irratti gadi dhaabbatan.” (Suuraa Al-Ma’arij 70:23)

Salaatni madda gammachuu teenyaa akka tahe hubachuun barbaachisaadha.
Ergamaan Rabbiiﷺ hoggaa yaaddoofi muddamsuun wahii itti dhufte Salaatatti ariifatan. Salaata hedduu jaalatan. Jaalala Salaataaf qabanirraa kan ka'e "yaa Bilaal, (Salaataan) nu boqachiisi" jechaa turan. Bilaal Mu'azzina gara Salaataatti nama affeeru ture. Hoggaa inni yaamicha Salaataa godhe ergamaan Rabbii itti gammadan. Inumaahuu Ergamaan Rabbii "gammachuun ija tiyyaa (wannin itti qanani'u), Salaata keessa naaf jirti" jedhan.

‏كَانَ ﷺ إِذَا حَزَبَهُ أَمْرٌ فَزِعَ إِلَى الصَّلاةِ، وَمن حُبِّهِ ﷺ وَتَعَلُّقِهِ بِهَا كَانَ يَقُولُ لِبِلاَلٍ: «أَرِحْنَا بها يَا بِلاَلُ».. وسمعه النَّاسُ مرَارًا وهُو يَقُولُ: «وَجُعِلَتْ قُرَّةُ عَيْنِي في الصَّلاةِ».

Kanaafu salaatni bu’uura milkaa’innaa fi gammachuuti. Namni sirnaan salaata yoo salaate addunyaa aakiratti milkaa’a. Salaatni hojii fi yaada nama dhamaasu namarraa laaffisa.

Osishaa ßñû Osishaa ßñû TehaoOsishaa ßñû TehahOsishaa ßñû Tehaah....

26/03/2021
18/01/2021

Namni fayyaa qabu Abdii qaba,
Namni Abdii qabu ammoo waa hunda qaba😀

Address

Aweday

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Osamaa Teha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Osamaa Teha:

Share

Category