Waajjira Abbaa Alangaa Aana Harannaa Bulluq

Waajjira Abbaa Alangaa Aana Harannaa Bulluq Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Abbaa Alangaa Aana Harannaa Bulluq, Art, Angettu, Angetu.

17/04/2026

page waajjira Abbaa Alangaa Aana Harannaa bulluq

Mariidhaan Rakkoon hiikkama Waan ta'eef Waajjirri A/Alangaa Aana Harannaa Bulluq gaafa guyyaa 8/12/2016 Itti gaafatamtoo...
15/08/2024

Mariidhaan Rakkoon hiikkama Waan ta'eef Waajjirri A/Alangaa Aana Harannaa Bulluq gaafa guyyaa 8/12/2016 Itti gaafatamtoota Waajjira poolisii,Waajjira Nageenya fi waajjira milishaa Wajjiin Dhimmoota Keessayyu eegumsa mirga namoomatiin waan walqabatu irratti mirgi namoomaa fi bilisummaawwan bu'uura itti bu'amuu hin qabnee fi mulqamuu akka hin dandeenye dabalataan mirgoonni siyaasaafi dimokraasi lammiwwanii kabajuufi kabachisiisu dirqama qaama hundati waan ta'eef rakkoolen jiran bu'uura irraa maqfamuu Akka qaban sirreeffama barbaachisaas Akka taasifamu irratti erga mari'atamee walhubannoofi kutannoo gaarin Akka jiru hubatamee jira

Qaala'insa gabaa haala yeroo ammaa hawaasa miidhaa jiru sababeeffachuun hubannoon Seera gaafa guyyaa 5/12/2016 Aana Hara...
11/08/2024

Qaala'insa gabaa haala yeroo ammaa hawaasa miidhaa jiru sababeeffachuun hubannoon Seera gaafa guyyaa 5/12/2016 Aana Harannaa Bulluq magaala angeettu guyya Gabayaa guddaa hawaasi Aana Harannaa Bulluq iddoo tokkotti argamutti hubannoon Seera labsiilee rogummaa qaban dhimma qaban ilaalchisee gochoota dhoorkaman fi adabbii gocha dhoorkaman bira darbuun qabu duguugnee hawaasaf ergaan darbee Jira hubannoon Kun kan kenname qindoomina waajjira komunikeeshinii Aana Harannaa bulluqiifi waajjira daldalaati keessayyu deeggarsi waajjirri bulchiinsa Aana Harannaa Bulluq dhimmi Kun Akka milkaa'uf taasiftan ol'aanadha waan ta'eef galatooma

30/07/2024

Waajjirri A/Alangaa A/H/Bulluq sektaraalee mootummaa hojiin walitti dhufnuufi komiin yeroo adda addaa irratti dhihaatu itti gaafatamtoota waajjira kanneeni waamuun Hojiin mootummaa akkataa seeratiin Akka rawwatamuu qabu irratti marii gaggeessinee jirra.
1ffàa,Waajjira kantiiba magaala angeettu
2ffaa,manejmentii lafa magaala angeettu
3ffaa, waajjira lafaa Aana H/Bulluq
4ffaa,Waajjira Galii Aana Harannaa Bulluq
5ffaa Waajjira Daldalaa Aana H/B
6ffaa Waajjira mallaqaa Aana HB
7ffaa Waajjira Carraa Hojii uumu Aana Harannaa Bulluq
8ffaa Waajjira waldaa Hojii Gamtaa Aana Harannaa Bulluq
9ffaa Waajjira Qonnaa Aana Harannaa Bulluq
10ffaa,Waajjira Dhimma Dubartiif daa'immanii
11ffaa Waajjira Hawaasummaa
12ffaa Dhaabbata Bosona
13ffaa Abbaa Taaytaa eegumsa naannoo fi bosona
14ffaa buufata fayyaa angeettu
Kanaaf Haala hojii waligala fi hanqinoota darban haala hambisuun danda'amtu fi hojiin hojjatamu kamuu akkata seera rogummaa qabanii tin hojjatamu Akka qabu kallatti kenneefi jirra

10/07/2024

Oolman shanachaa

Address

Angettu
Angetu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Abbaa Alangaa Aana Harannaa Bulluq posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category