Seenaa Taaddasaa Tuujjoo

Seenaa Taaddasaa Tuujjoo Oromummaan dhiigaa kan namani namaaf keennuu fi namarraa fudhachuu hin dandeenyedha.

24/12/2023

Walaloo Waada Getaachoo

08/12/2023

Eeyyeen si hin faarsu
^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^
Sin faarsuu na hin faarsiin
Si hin jajjuu na hin jajiin
Sin hin jaji'uu na hin jaji'iin
Dhara tuuluuf hin watwaatiin
^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^
ila dhugaan ilmoo waaqa
Abbaan arge laaqii laaqa
Dhugaan haqa wariqii waaqa
Hin awwaaltu shirri haqa
^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^
Dantaa dhuunfaa ishee qananii
Takkan dhiisee bahe anii
Haqa kiyyaa haqaanqaalanii
Qawwees baachuun kanaafani
^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^
Dhugaaf jedheen dhugaa dhabee
Kayyoof jedheen joora jira
Shirri shiraan xaxamtullee
Hin meeladhuuf takkaa jalaa
^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^
Ejjennoo ko jabeefadhee
Murannoon koos hin laaffatu
Ittiin deema akeekadhee
Mogoleen ko na hin laaffatu.
^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^
Saba qawween gabroomse qawweetu bilisa baasa injifannoon kan abbaa dhugaa haa ta'u horaa bulaa deebanaa.

Gadhiifameera Link kana tuquun daawwadha https://youtube.com/.?si=7AIklNIUI5-rY3Bf
03/12/2023

Gadhiifameera
Link kana tuquun daawwadha
https://youtube.com/.?si=7AIklNIUI5-rY3Bf

Yooyyaa harka fuune akkam jirtu jechaa weelluu kiyya kana kan duraan YouTube biraa irraa na jalaa haqani turan amma kunoo isiniif maxxanseen jira.Isinimmoo l...

Baga milkoofte
28/11/2023

Baga milkoofte

Yooyyaa jabaa namaa baga milkoofte
19/11/2023

Yooyyaa jabaa namaa baga milkoofte

Ashamaa harka fuune kabajamtoota hordoftootaa chaanaala kiyyaa kan taatan hundi keessa chaanaala kanaan weelluu mimidhagoo yeroo yerootti isiif qabannee waan...

Entertainment YouTube kana follow godhaahttps://youtube.com/.?si=7AIklNIUI5-rY3Bf
09/11/2023

Entertainment YouTube kana follow godhaa
https://youtube.com/.?si=7AIklNIUI5-rY3Bf

Yooyyaa harka fuune akkam jirtu jechaa weelluu kiyya kana kan duraan YouTube biraa irraa na jalaa haqani turan amma kunoo isiniif maxxanseen jira.Isinimmoo l...

Yooyyaa harka fuudhe uummata Oromoo hunda keessan bakka jirtanitti baga naaf jiraatan jechaa sababa konneekshiniitiin si...
14/10/2023

Yooyyaa harka fuudhe uummata Oromoo hunda keessan bakka jirtanitti baga naaf jiraatan jechaa sababa konneekshiniitiin sinirraa turullee kunoo galata uuma walitti deebinee jirra.
Saba qawween gabroomte qawweetu bilisa baasa horaa bulaa deebanaa. Injifannoon kan abbaa dhugaa haa taatu.

Yooyyaa ashamaa harka fuudhe baga nagaan gara chaanaala kiyyaatti dhuftan jechaa chaanaala kiyya kana like,share,subscribe,follow gochuun haamilee nuuf ta'aa...

Link kana gad xuquun nu hordofaahttps://youtube.com/.?si=7AIklNIUI5-rY3Bf
04/10/2023

Link kana gad xuquun nu hordofaa
https://youtube.com/.?si=7AIklNIUI5-rY3Bf

Yooyyaa ashamaa harka fuudhe baga nagaan gara chaanaala kiyyaatti dhuftan jechaa chaanaala kiyya kana like,share,subscribe,follow gochuun haamilee nuuf ta'aa...

UUMAA UUMAMAA^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^Hin gatu duudhaa abbaa kooKan dhaloota ganamaaHin godhu kaayyoo laayyooIttilleen waree...
30/09/2023

UUMAA UUMAMAA
^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^
Hin gatu duudhaa abbaa koo
Kan dhaloota ganamaa
Hin godhu kaayyoo laayyoo
Ittilleen wareegama
^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^
Aadaan ofii dahoodha
Kan keessan mul'atanii
Qawween ofii gaachana
Kan diinaan qolatani
^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^
Aadaan ofii warqeedha
Guca sabboonummaa
Qawween biyya eega
Mancaase gabrummaa
^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^
Itti miidhagi faaya aadaa keeti
Waaqni sin haa tiksu ayyaanni abba keeti
Yeroo dhihootti nu eegaa. Jaal Seenaa Taaddasaa - Uumaa uumamaa.
Saba qawween gabroomse qawweetu bilisa baasa.
injifannoo kan abbaa dhugaa haa ta'u horaa bulaa deebana.
Chaanaali kiyya Like,share, subscribe, flow gochuun nu hordofaan dhaamsa kooti.
https://youtube.com/.?si=ZN1KFFJE0DYHGgn6

Address

Ambo

Telephone

+251986542058

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Seenaa Taaddasaa Tuujjoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share