Boontuu Gujii Girjaa

Boontuu Gujii Girjaa Dhugaa qabate gadii hin dhisiin

Dansaa Gujii Girjaa
16/05/2026

Dansaa Gujii Girjaa

‎👉Gosaa Balbalaa fi Aantee Gujii!‎Gosa balbala ‎‎ ‎  ‎   jala jiran‎‎👉  Uraagaa👇‎1  ‎✔Meettaa‎✔Digaaluu‎✔Karrayyuu‎✔Door...
14/05/2026

‎👉Gosaa Balbalaa fi Aantee Gujii!
‎Gosa balbala



‎ jala jiran

‎👉 Uraagaa👇
‎1
‎✔Meettaa
‎✔Digaaluu
‎✔Karrayyuu
‎✔Doorranni
‎✔Badii
‎✔ Danbituu
‎2
‎✔ Baddaa
‎✔ Jaarsoo
‎✔Booranoo
‎✔ Deeroo
‎3
‎✔Gallee
‎✔ Kinnoo
‎✔Oorroo
‎✔ Garbichoo
‎4
‎✔ Adooltuu
‎✔ Waajituu
‎5
‎✔ Muxii
‎✔ Booltuu
‎✔ Jaasoo
‎✔ Garaada
‎✔ Doodoo
‎6
‎✔ Baabbaa
‎✔ Biloo
‎✔Deeroo
‎✔ Noonnoo
‎✔Faqiyyee
‎✔Garaada
‎✔ Jaarsoo
‎7
‎✔ Hangeetu
‎✔ Gootoo
‎✔Harsa
‎Gosa balbala (Haaloo Mokkonnaa)

‎1 Obbituu
‎✔Shundhituu
‎✔ Hadiyyaa
‎✔Wodhadhuu
‎✔ Kalee
‎2
‎✔Galalcha
‎✔ Baabbaa
‎✔Yaayyaa
‎✔ Onnoo
‎3
‎✔ Baabboo
‎✔Wondituu
‎✔Gaasara
‎✔Galalcha
‎4
‎✔ Tonaa
‎✔Dawichaa
‎✔ Biccoo
‎✔Buudee
‎5
‎✔ Garaada
‎✔Konnonnoo
‎✔Kochituu
‎6
‎✔Banqatoo
‎✔Duuloo
‎✔ Oorroo
‎✔Hiyyoolee
‎7
‎✔ Haangeetu
‎✔Garaada
‎✔Dallaaccaa
‎8
‎✔ Aannii
‎✔Bikkee

‎👉 balbala jala jiran👇

‎1
‎✔Waarsituu
‎✔ Hulloo
‎✔Sadhee
‎2
‎✔ Sokoree
‎✔Soochituu
‎✔Jaawwi
‎3
‎✔ Reeddituu
‎✔Raayyituu
‎✔ Abbayyituu

‎?? balbala jala jiran??

‎1
‎✔Meettaa
‎✔Digaaluu
‎✔Karrayyuu
‎✔Badii
‎✔ Danbituu
‎2
‎✔Corroqoo
‎✔Carmajjii
‎✔Obbii
‎✔ Sokoree
‎3
‎✔ Beeroo
‎✔ Duuloo
‎✔Oorroo
‎✔Hiyyoolee
‎✔Qaasimoo
‎4
‎✔ Artee
‎✔Cenbee
‎✔Hayidhoo
‎✔ Madhoo
‎5
‎✔Lakkiyyee
‎✔Marsaallo
‎✔Dullaa
‎✔ Baabbituu
‎✔Oottuu
‎✔ Gobbeyyaa
‎6
‎✔Hagaloo
‎7

Aadaa Te KabajiiGaruu Amantaa Te Hin Dhiisii👉Kitabaa Qulqulluus Ta'e Qurannis Aadaa Teeti Hin Kabajiin Jedhuu hin Jiru, ...
10/05/2026

Aadaa Te Kabajii
Garuu Amantaa Te Hin Dhiisii
👉Kitabaa Qulqulluus Ta'e Qurannis Aadaa Teeti Hin Kabajiin Jedhuu hin Jiru, Yoo Jiratee Boqonnaaf Lakkoofsa Woliin Natta Hima Na barsiisaa!
👉Yoon Dogoggoree Dhiifamaa Ummataa Baldhaa✔

Tenge Tengelle GujoomsineBaga Nagaan Gara Oromiyaatti DhufteAwalu Butula Duba Tenge tenge all fans
07/05/2026

Tenge Tengelle Gujoomsine
Baga Nagaan Gara Oromiyaatti Dhufte
Awalu Butula Duba
Tenge tenge all fans

Nasibo Intala  Gujii Girjaa
03/05/2026

Nasibo Intala Gujii Girjaa

RIP😭😭😭Jireenni Biyya Lafa Hasuma😭😭😭Hi Booni Maal Godhan Miti😭😭
29/04/2026

RIP😭😭😭
Jireenni Biyya Lafa Hasuma😭😭😭
Hi Booni Maal Godhan Miti😭😭

Gujooma ❤❤❤
27/04/2026

Gujooma ❤❤❤

Mootii Biyyaa Afrikaati Gujiin
19/04/2026

Mootii Biyyaa Afrikaati Gujiin

‎👉Aadaa Yeroo  Fudhaa Kan Kibbaa Bahaa Oromiyaa Godinaa Gujii Isii Barsinnaa,‎‎✔Isiinis Akkataa Fudhaaf Heeruma Naannoo ...
15/04/2026

‎👉Aadaa Yeroo Fudhaa Kan Kibbaa Bahaa Oromiyaa Godinaa Gujii Isii Barsinnaa,

‎✔Isiinis Akkataa Fudhaaf Heeruma Naannoo Keessaani Nu Barsiisa!

‎👉 Worrii Mucaa, Worraa Inltaati ma Kennee Araarfataa?

‎ 👉Worri Mucaa Ergaa Fudhee Waan Gochuu qabu?👇👇👇👇👇

‎👉Intalti Ergaa Heermutee Duubaa Worrii Mucaa Gara Worraa Intalaatti /Abba Baallamaa/ Ergataa,

‎ 👉Abbaan Baallamaa Guyyaa Meeqan Duubaa Deemaa Maal Qabatee dhaqaa?👇👇👇👇👇👇

‎✔Jaarsii Abbaan Baallamaa Lama Bulee Gaafa Sadii Worra Intalaa Deemee, Akka isiin Harkaa nama Jirtu Itti Hima!

‎Hulaa Hin Bu'iinaa
‎Malkaa Hin Bu'iinaa
‎Intaltii Teessanii Harkaa Abbaa Eebeluu jirti, Jedhee Itti Himaa Abban Baallamaa!

‎✔Abbaan Baallamaa Ergaa Intalaa Harkaa Nama Jirachuu Himeen Duubaa,

‎✔Guyyaa Worraa Mucaatiif,Worraa Intalaa Guyyaa Wolta Fiduu Baallamaa Na Kenni Jedhee Gaafata!

‎✔Ergaa Abbaan Intalaa,Abbaa Baallamiitii Guyyaa Baallamaa Keenneni Duubaa!

‎👉Abbaan Intalaas Gaafa Guyyaa Baallamaa Balbalaa Torbaa /Kootomaa nama laam qopheeffatee eegaa.

‎👉Abbaan Mucaa Guyyaa Baallamaa Eeggatee Torbaa/Kootumaa Nama Lama (2) Qopheeffatee,
‎Karraa Qopheessee Mana Worraa Intalaa Dhaqa,

‎👉Karrii Abbaan Mucaa Worraa Intalaatiif Fidee Geessuf,

‎👉Jabbiillee Jahaa (6) Qopheeffata
‎ 👉Jahaa Keessaa lama Waaqa lafa dhiisaan
‎ 👉Lama Ta Baddee Dachaatuu
‎✔ Lama Ammoo ka worrii Soddaa Fudhaatu

‎👉Sirriitti Hubadhuu
‎👉Jabbillee Lamuu maqaa Qaddii

1. ‎Goromsii Jalbaa Goromsaa Bantii Jedhama!
2. ‎Goromsii lamaffanii Goromsaa Goraa/Goromsaa jabmii jedhamaa!

‎👉Dabalataan Daararaa Fidinii dhaqanuu ammoo👇👇
1. ‎Dammaa Bulbulaa
2. ‎Bunaa Dudaa
3. ‎Tamboo
‎👉Worrii lamanuu Ergaa araaramanin boodaa!
‎✔Worrii intalaa Worraa Mucaa Aannan Soddaa kennanif
‎👉Aannan Soddaa kana namni Unuu nama sadii qofa
1. ‎Abbaa Mucaa
2. ‎Ilmaa Soddaa
3. ‎Jaalaa Mucaa
‎👉Aannaan Duubaa soddomera jechuu Akka AAdaa Gujiitti

‎👉Hubachiisa Qorannoon kun Afaan maanguddoo GUji

‎👉DABARSAA MAANGUDDOO Gujii!‎👉Dubbisii share godhii‎‎Gurraa Haamileetii fi Arba Habbee.‎‎Worseessa Gooroo Daraaraa Dhufa...
13/04/2026

‎👉DABARSAA MAANGUDDOO Gujii!
‎👉Dubbisii share godhii

‎Gurraa Haamileetii fi Arba Habbee.

‎Worseessa Gooroo Daraaraa Dhufa.
‎ibidda huddu'uu qaba.
‎bilbila lubbu'uu qaba .
‎barsee nama worseessa San dura dhaabatee.
‎Malkaa Canaa maansaa ganami bayii.
‎galgalli bayii.
‎himatee Addaan hin galu.
‎muratee Addaan hin ka'u.
‎muka murqicha.
‎nama cubbicha .
‎Isa wolta hafa.
‎Woraana magaallee.
‎Jalii oli dhufa.
‎Ibidda hin bobeeffatu.
‎karaa si hin odeeffatu.
‎Amaarti hirboora irii gadi baati.
‎Wodhakkaa lafaatti itti dhufa.
‎Amaara isi'i lafaa kaasa.

‎nyaatee hin quufu.
‎qoree hin buusu.
‎gonfaan jilba hin geettu.
‎hudduun gadi hin teettu.
‎Deemee hin harru worra Santi dhufu'uu Jira.Hin baduu hin babbaddaawa.
‎hin roobuu hin karfaffaawa.
‎hin marruu hin qarcaccaawa.
‎nageenni jirtaa dhaqa.
‎jiruun harka namaa dhaxxi.
‎kadhatee Bula gaafa San .

‎Gaangeen Kooraa diddi Gaarii malee.
‎Mucaan midhaan fuudhuu dida caatii malee.
‎Jaartiin gabaya'aa hin galtu waarii malee.
‎jaarsi womaa hin bayu Aarii malee.

‎Wolta gala wolta Bada .
‎Rukkicha tokko handaqaa Gaara hafa.
‎Daraara Gooro'o hafa.
‎Cabbicha Gaara hafa.
‎Balakko Gaara hafa kuun wolta gala wolta Bada.
‎Aara barbaadee wolta dhufu'uu jira

‎Arba Habbee nuu wogi; maan isinii woga?
‎waan itti deemnu nuu wogi; isinii wogaa na dhage'aa lam.
‎Haati hin jirtu gaafa San
‎ilmeen hin jirtu gaafa San.
‎Raada hin elmatan gaafa San
‎ilma hin ergatan gaafa San.
‎niitii ifii hin dhaananu gaafa San
‎niitii obboleessaa hin dhaalanu gaafa San.
‎wonni jibban loon
‎wonni jaalatan foon.
‎Wonni Horsiisan Lukkuu.
‎wonni dubbatan cubbuu.

‎Haadha maaf dhaban? Haati ta nama dhalte malee hin jirtu siin jedha worri gaafasii.
‎ilmee maaf dhaban? ilmeen ta dhalan malee hin jirtu siin jedha.
‎Raada maaf elmata dhaban? Jibicha caala siin jedha.
‎ilma maafi ergatiisa dhaban? ilma gaafasiitti caqasa dhaba ana beeka siin jedha .
‎niitii ifii maaf dhaaniisa dhaban? Nama sidhaanu sitta dhufa.
‎niitii obboleessaa maaf dhaala dhaban? si'uu hin
beeku siin jetti.
‎loon maaf jibban ? jaarsi dalage ifaajee dadhabe biraa hafa. ilmi dhalate loon jibbe biraa ka'a.
‎Jaarsi loon gurguraa Birrii fidaa foon nyaadhaa jedha jaartii loon kiyya hin gurgurtan jetti,mucaan gaduma Baasaa jedha. kosii jibba.
‎Lukkuu maafi Horsiisan gaafa San?Aanan hin elmatanu. dhoqqeerra hin ejjatanu. Ooliin moonaa keessa buliin muka gubbaa tanaaf horatan.
‎Cubbuu maaf dubbatan? waan gaafa San bulanuuni cubbuu.

‎Dubbiin teessan dhara aka hin Jenne.
‎Yaa'a eegeen dhallana.
‎raaga eegiin Gurraa Hamileeti.
‎raagi Arma hin taru. raagi gaafa sanii haloo daamxeeti haloo daamxee San faranji'i qaba.
‎Nuuti gaafa San Kooba Afaan Marraati Loonti nurra Dheeda .

Baga Jala Bultii Ayyaanaa Faasikaa Nageeyan Geettan!✔Ayyaanni Kan Milkii✔Ayyaanni kan Quufaa✔Ayyaanni Kan Wol Galtee✔Ayy...
09/04/2026

Baga Jala Bultii Ayyaanaa Faasikaa Nageeyan Geettan!
✔Ayyaanni Kan Milkii
✔Ayyaanni kan Quufaa
✔Ayyaanni Kan Wol Galtee
✔Ayyaanni Kan Tokkuummaa
✔Ayyaanni Kan Jaalalaa
👉Firaaf Maatii Keessaani Hundaa Ha Ta'u!

Address

Alga

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Boontuu Gujii Girjaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Boontuu Gujii Girjaa:

Share

Category