GADAA

GADAA OFTA'EEN WARRAKOO TA'E. Barnoota Gadaa barsiisuu

27/09/2023

YAA BUDDEENAA

NAMICHA BOOGIBOO
FANDACHA ABBAA XEERII
WAA'EE NAMAA DHIISIITII
FUNAANII QIIXXAA BALEGZEERII.

GAMEESSICHA QOMOOHAYYICHA WABII SABAA.
27/09/2023

GAMEESSICHA QOMOO
HAYYICHA WABII SABAA.

3431 likes, 94 comments. Check out 𝐉𝐞𝐦𝐚𝐥 𝐀𝐛𝐝𝐮𝐥𝐞's video.

HABASHAATURI NU FUULDURAANUU GADHIISI KARAA
24/09/2023

HABASHAA
TURI NU FUULDURAA
NUU GADHIISI KARAA

Dhugaadha
03/09/2023

Dhugaadha

01/09/2023

8

KALLACHA QABSOO UUMMATA OROMOO
29/08/2023

KALLACHA QABSOO
UUMMATA OROMOO

ABO'oo×2 BaaburakooItti fufii hin dhaabiin×2Waaqni isiniif ×2 haa... ta'uu hirkooSabakoo gadi ilaaliiDubbii tana haalaan...
24/08/2023

ABO'oo×2 Baaburakoo
Itti fufii hin dhaabiin×2
Waaqni isiniif ×2 haa... ta'uu hirkoo

Sabakoo gadi ilaalii
Dubbii tana haalaan×2

Dubbii dirree jirtuu
Tarii arguu baannaan

Waan Uummataa hin tollee
Hin godhu ABO'n ×2

Galte Aduun guyyaa
Sin wareersiin jallaan

ABO'oo×2 Baaburakoo
Itti fufii hin dhaabiin×2
Waaqniisiniif ×2 haa... ta'uu hirkoo

Madfiifi Fanjiidhaan
Daamaci irran tariin
Imaltuu Milkiidhaa
Siif haa godhu Waaqnii

Mammarii hulluuqii
Baaburakoo hin Cabiin×2
Waaqaan Eebbifamii
Balaan sin argatiin

ABO'oo×2 Baaburakoo
Itti fufii hin dhaabiin×2
Waaqni isiniif ×2 haa... ta'uu hirkoo

Kan fedhu yaabbatee
Kan fedhan haa hafanii×2
Dhaamsa jaallawwanii
Dafii gahi bakkaan

Uummatnikee bal'aan
Hawwiidhaan si eegan ×2

Bilisummaa dafii
Daqqabi Uummataan

ABO'oo×2 Baaburakoo
Itti fufii hin dhaabiin×3
Waaqni isiniif ×2 haa... ta'uu hirkoo
Itti fufi hin dhaabiin×.....

JAALALAAFI JIBBAALUQQEETTUUFI JILBA
24/08/2023

JAALALAAFI JIBBAA
LUQQEETTUUFI JILBA

WAL'AANSOO
23/08/2023

WAL'AANSOO

BINEENSA FI BEELLADAKAN JIRAATTUU NYAANNUU
23/08/2023

BINEENSA FI BEELLADA
KAN JIRAATTUU NYAANNUU

ATOO LEENCUMA DHUGAA
23/08/2023

ATOO LEENCUMA DHUGAA

WALLISTOOTA JAJJABOOFI GAMEEYYIIKADIR SA'ID( AANAA BAAREENTUU) FI ALMAAZ TAFARRAATI
23/08/2023

WALLISTOOTA JAJJABOOFI GAMEEYYII
KADIR SA'ID( AANAA BAAREENTUU) FI ALMAAZ TAFARRAATI

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GADAA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share