Raja Dingata

Call Directions

Raja Dingata Official page of Raja Dingata | Christian Music composer,Song Writer &
Music video producer
(4)

Warri kaan Kiisiitti Nama ejjetu Inni kun Mataattis kiisiittis Ejjetaama Jira.
18/09/2026

Warri kaan Kiisiitti Nama ejjetu
Inni kun Mataattis kiisiittis Ejjetaama Jira.

Sura Sima  Haaraa Gadhiisee Waan Jiruuf Seenaa Dhaggeeffadhaa .
13/09/2026

Sura Sima
Haaraa Gadhiisee Waan Jiruuf Seenaa Dhaggeeffadhaa .

🔔 Channel keenya Subscribe godhaa.👍 Video keenya Like godhaa.💬 Ya...

Baga Geessan 🌽
11/09/2026

Baga Geessan 🌽

08/09/2026

Waanti Hamaaf Godheen Inni Dhumaa Yihuda Isa Gooftaa Gurgure Ta’uudha.
Dadhabbiin Hinuma Jira ,Bartoonnis Dadhaboo Turani,Yuudaan Garuu Karoora Jirenya Bara Baraa Qabatee Hin Beeku,Akkamittin Har’a Waa Butadhee Oola Jedha Waa’een Gooftaa Isaa Isa Hin Dhibu, Gooftaa Kaninni Barbaaduuf Har’a Buddeena Nyaatee Buluufidha.Obboloota Kaleessa Nufaana Faarfataa Turani Har’a Gooftaa Kana Arrabsanif Hamma Beekumsa Keenyaa Hin Kadhanna, Garuu Isaan Ilaallee Waaqayyo Isa Gara Laafessaaf Gara Jabeessa Waan Barbaade Gochuudanda’u Kana Ulfina Hin Dhowwannu!
!

Bikila KebedeQumbi pictures
07/09/2026

Bikila Kebede
Qumbi pictures

...

Eebba Hayilu Gamachu
06/09/2026

Eebba Hayilu Gamachu

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

05/09/2026

Bor 11tti kara YouTube Eebba Tamiru Isin Bira Ga’a,Ammasitti

04/09/2026

Sagaleen Waaqayyoo qilxuu of irra in naannessa,mukkeetii caakkaa irraas baalaa fi damee in cira; mana qulqullummaa isaa keessatti immoo hundinuu hooqubaa in dhi'eessu.
Waaqayyo bishaan badiisaa gararraa iyyuu taa'eera; Waaqayyo bara baraan mootii ta'ee teessoo irra in taa'a. Farf 29:9
🙏
Dhugaa Tokkicha

Coming Soon  Singer Eba Hailu Amanuel GiloRaja Dingata
27/08/2026

Coming Soon

Singer Eba Hailu
Amanuel Gilo
Raja Dingata

Fayera AbdisaIsa Caalu
24/08/2026

Fayera Abdisa
Isa Caalu

ethiopian_oromo_gospel_songs​ ​ ​ ...

Address

AddisAbeba
Addis Ababa
21219

Telephone

+251917081989

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Raja Dingata posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share