B_ORO Quote

B_ORO Quote Kan of eeggannoo qabuu fi diina hin taane eeggatee ciise, injifata..👑👑

25/06/2023
Ifa kenni namoonni karaa ni argatu.
25/06/2023

Ifa kenni namoonni karaa ni argatu.

Garaagarummaan nama milkaa’aa fi namoota biroo gidduu jiru humna dhabuu, hanqina beekumsaa osoo hin taane, fedhii dhabuu...
21/06/2023

Garaagarummaan nama milkaa’aa fi namoota biroo gidduu jiru humna dhabuu, hanqina beekumsaa osoo hin taane, fedhii dhabuudha.

Milkaa'inni namoota biroo waan gaarii akkan hojjedhu na kakaasa, kaka'umsa naaf kenna.
21/06/2023

Milkaa'inni namoota biroo waan gaarii akkan hojjedhu na kakaasa, kaka'umsa naaf kenna.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when B_ORO Quote posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category